Isaayyaas 43:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+ Isaayyaas 44:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+ Isaayyaas 48:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel isan waame nana, na dhagaʼi. Ani isuma sana.+ Ani isa jalqabaa ti, isa xumuraa tis.+ Mulʼata 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.*
10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+
6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+
12 Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel isan waame nana, na dhagaʼi. Ani isuma sana.+ Ani isa jalqabaa ti, isa xumuraa tis.+
8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.*