LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 28:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yihowaan Akaaz Mootii Israaʼeliin kan kaʼe Yihudaa ni salphise; inni Yihudaan gadhiisii akka taatu gochuudhaan, gantummaa guddaan Yihowaa irratti akka raawwatamu godhe.

      20 Dhuma irrattis Tiglaat Pilneseer+ mootiin Asoor isa jajjabeessuu mannaa isatti duulee isa ni dhiphise.+

  • Isaayyaas 7:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yihowaan mootii Asoor waan fiduuf,+ yeroo rakkisaa guyyaa Efreem Yihudaa irraa adda itti baʼe+ irraa jalqabee hamma harʼaatti taʼee hin beekne si irratti, saba kee irrattii fi mana abbaa keetii irratti ni fida.

  • Isaayyaas 7:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Guyyaa sanatti Yihowaan haadduu naannoo Lagichaatii* ergifatetti, jechuunis mootii Asooritti+ fayyadamee, mataa fi rifeensa miilaa ni haada; haadduun sun areedas haxaaʼee ni balleessa.

  • Isaayyaas 10:28-32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Inni gara Aayaat+ dhufeera;

      Migroon keessa darbeera;

      Feʼumsa isaas Mikmaash+ keessa ni kaaʼata.

      29 Isaan malkaa sana ceʼaniiru;

      Geebaa+ keessa ni bulu;

      Raamaan ni hollatti, Gibeʼaan+ magaalaan Saaʼolis ni baqatte.+

      30 Yaa intala Gaaliim, iyyi, caraanis!

      Yaa Laayishaa, xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhu!

      Yaa Anaatot+ ishii nama gaddisiistu nana, iyyi!

      31 Maadmenaan baqatteetti.

      Jiraattonni Geebiim bakka itti dhokatan barbaaddataniiru.

      32 Guyyuma kanatti inni Noob+ keessa ni dhaabbata.

      Harka isaa aboottatees, gaara intala Xiyoon irratti,

      Tabba Yerusaalem irratti ni raasa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi