Faarfannaa 126:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yeroo sanatti afaan keenya kolfaanArrabni keenyas ililchuudhaan guutame.+ Yeroo sanatti isaan saboota gidduutti,“Yihowaan wantoota guguddaa isaaniif raawwate”+ jedhan. Isaayyaas 49:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+ Ermiyaas 51:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Warri badiisa geessisan kaaba irraa waan ishiitti dhufaniif,+Samiiwwanii fi lafti, wantoonni isaan keessa jiran hundisYommuu Baabilon kuftu ni ililchu”+ jedha Yihowaan. Mulʼata 18:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “Yaa samii, wanta ishii irra gaʼetti gammadi!+ Isin qulqulloonni,+ ergamoonnii fi raajonnis gammadaa! Sababiin isaas, Waaqayyo isiniif jedhee murtii isaa ishii irratti dabarseera.”+
2 Yeroo sanatti afaan keenya kolfaanArrabni keenyas ililchuudhaan guutame.+ Yeroo sanatti isaan saboota gidduutti,“Yihowaan wantoota guguddaa isaaniif raawwate”+ jedhan.
13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+
48 Warri badiisa geessisan kaaba irraa waan ishiitti dhufaniif,+Samiiwwanii fi lafti, wantoonni isaan keessa jiran hundisYommuu Baabilon kuftu ni ililchu”+ jedha Yihowaan.
20 “Yaa samii, wanta ishii irra gaʼetti gammadi!+ Isin qulqulloonni,+ ergamoonnii fi raajonnis gammadaa! Sababiin isaas, Waaqayyo isiniif jedhee murtii isaa ishii irratti dabarseera.”+