LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Jiʼa arfaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa saglaffaatti magaalattii keessatti beelli ni hammaate;+ namoonni biyyattiis wanta nyaatan hin qaban turan.+ 4 Dallaan magaalattii ni diigame;+ Kaladoonni magaalattiitti marsanii utuu jiranii loltoonni hundi halkaniin karra dallaa lamaan gidduu isa iddoo biqiltuu mootichaatti dhihoo jiru keessa baʼanii baqatan; mootichis karaa gara Arabaatti geessu irra buʼee deeme.+

  • Ermiyaas 52:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Jiʼa arfaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa saglaffaatti+ magaalattii keessatti beelli ni hammaate; namoonni biyyattiis wanta nyaatan hin qaban turan.+ 7 Dhuma irrattis dallaan magaalattii ni diigame; Kaladoonni magaalattiitti marsanii utuu jiranii loltoonni hundi halkaniin karra dallaa lamaan gidduu isa iddoo biqiltuu mootichaatti dhihoo jiru keessa baʼanii baqatan; achiis karaa gara Arabaatti geessu irra buʼanii deemuu isaanii itti fufan.+

  • Hisqiʼel 33:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yeroo dheeraa booda, boojiʼamnee waggaa 12ffaatti, jiʼa kurnaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa shanaffaatti namni Yerusaalem irraa miliqe tokko gara koo dhufee,+ “Magaalattiin rukutamteetti!” naan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi