LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 24:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Bara Yehoyaaqiimitti Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon biyyattii ni weerare; Yehoyaaqiimis waggaa sadiif tajaajilaa isaa ni taʼe. Sana booda garuu inni isatti garagalee fincila kaase.

  • 2 Mootota 25:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Zedeeqiyaan mootii taʼee waggaa saglaffaatti, jiʼa kurnaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa kurnaffaatti Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon guutummaa raayyaa waraanaa isaa wajjin Yerusaalemiin waraanuuf dhufe.+ Achiis guutummaa magaalattiitti ni marse; naannoo ishiitti marsees dallaa ijaare;+

  • Ermiyaas 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Leenci bosonaa kan isaan nyaatu,

      Yeeyyiin gammoojjii kan isaan balleessu,

      Qeerransis magaalota isaanii biratti riphee kan eeggatu kanaafi.

      Namni achi keessaa gad baʼu kam iyyuu ni ciccirama.

      Sababiin isaas, yakki isaanii hedduu dha;

      Gochi gantummaa isaaniis hammana hin jedhamu.+

  • Ermiyaas 50:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Sabni Israaʼel hoolota bittinnaaʼani dha.+ Leenconni isaan bittinneessaniiru.+ Jalqaba mootiin Asoor isaan ni nyaate;+ achiis Nebukadnezaar* mootiin Baabilon lafee isaanii ni caccabse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi