-
Ermiyaas 42:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “Sababiin isaas, Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Dheekkamsi koo fi aariin koo jiraattota Yerusaalem irratti akkuma dhangalaʼe,+ isin gara Gibxii yoo deemtan, dheekkamsi koo isin irrattis ni dhangalaʼa; isinis kan abaaramtan, wanta nama sodaachisu, warra salphatanii fi warra arrabsaman ni taatu;+ biyya kanas matumaa lammata hin argitan.’
-