LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 12:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Mootichi erga gorsitoota isaa wajjin mariʼatee booda, jabbilee warqii+ lama hojjetee namoota sanaan, “Yerusaalemitti ol baʼuun baayʼee isinitti ulfaata. Yaa Israaʼel, Waaqni kee inni biyya Gibxiitii si baase isa kana” jedhe.+ 29 Achiis isa tokko Beetel+ keessa, isa tokko immoo Daan+ keessa ni dhaabe.

  • Hoseʼaa 10:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yaa Beetel, hamminni kee hedduu waan taʼeef, kun si irratti ni raawwatama.+

      Mootiin Israaʼel dhugumaan bariidhaan ni balleeffama.”*+

  • Amoos 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Beeteliin hin barbaadinaa,+

      Gara Gilgaal hin dhaqinaa+ yookiin gara Ber Sheebaatti hin ceʼinaa,+

      Sababiin isaas, Gilgaal dhugumaan boojuudhaan ni fudhatamti,+

      Beetelis ni balleeffamti.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi