LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 30:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Isaan eegumsa* Faraʼoon jalatti gaaddisa argachuuf,

      Gaaddidduu Gibxii jalattis dahoo argachuuf,

      Utuu gorsa na hin gaafatin*+ gara Gibxiitti gad buʼaniiru!+

  • Isaayyaas 31:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Warra gargaarsa argachuuf gara Gibxiitti gad buʼaniif,+

      Warra fardeenitti abdataniif,+

      Warra gaariiwwan fardaa hedduu taʼanitti,

      Fardeen waraanaa* ciccimoo taʼanittis amanamaniif wayyoo.

      Haa taʼu malee, isaan Isa Qulqulluu kan Israaʼel hin eeggatan,

      Akkasumas Yihowaa hin barbaaddatan.

  • Faaruu Ermiyaas 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Nyaata gaʼaa argachuuf harka keenya gara Gibxiittii+ fi gara Asooritti diriirsina.+

  • Hisqiʼel 16:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ilmaan Gibxii warra olloota kee taʼanii fi kajeellaa* guddaa qabanii wajjin sagaagalummaa raawwatteetta;+ sagaagalummaa kee isa hedduu taʼeenis na dheekkamsiisteetta.

  • Hisqiʼel 17:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dhuma irratti garuu mootichi fardeenii fi raayyaa waraanaa guddaa isaan irraa argachuuf+ ergamtoota isaa gara Gibxiitti+ erguudhaan isa irratti ni fincile.+ Isaaf ni milkaaʼaa? Inni wantoota kana raawwate adaba jalaa ni miliqaa? Inni kakuu kana cabsee miliquu ni dandaʼaa?’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi