- 
	                        
            
            Faarfannaa 126:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
126 Yihowaan yeroo namoota Xiyoon warra boojiʼaman deebisee walitti qabetti+
Abjuu keessa kan jirru nutti fakkaate.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hoseʼaa 6:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Ati garuu yaa Yihudaa, yeroo ani saba koo warra boojiʼaman deebisee walitti qabutti,
Makarri si eeggata.”+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Sefaaniyaa 3:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Ani yeroo sanatti deebisee isin nan fida,
Eeyyee, yeroo sanatti walitti isin nan qaba.
 
 -