LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 30:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Sababiin isaas, dheekkamsi isaa yeroo muraasaaf qofa tura,+

      Gaarummaan* isaa garuu bara baraaf tura.+

      Galgala booʼichi dhufuu dandaʼa, ganama garuu ililchatu jira.+

  • Faarfannaa 103:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Inni yeroo hundumaa dogoggora hin funaanu,+

      Bara baraafis haaloo qabatee hin turu.+

  • Faarfannaa 103:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, hammuma samiin lafa irraa ol fagaatu,

      Jaalalli isaa inni amanamaan namoota isa sodaatanitti argisiisu guddaa dha.+

  • Isaayyaas 54:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 “Ani yeroo xinnoodhaaf si dhiiseera,

      Taʼus, gara laafina guddaadhaan deebisee walitti sin qaba.+

  • Ermiyaas 31:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Efreem ilma koo isan iddoo guddaa kennuuf, mucaa koo isa jaallatamaa mitii?+

      Ani yeroo baayʼee kanan isatti dheekkamu taʼus, amma iyyuu isa nan yaadadha.

      Marʼimaan koo kan isaaf raafamu kanaafi.+

      Ani dhugumaan isaaf nan gadda” jedha Yihowaan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi