LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 30:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 “Dubbiin kun hundi, jechuunis eebbii fi abaarsi ani si dura kaaʼe yommuu si irra gaʼu,+ atis saboota Waaqni kee Yihowaan itti si bittinneessu hundumaa keessa+ taatee yommuu isaan yaadattu,*+

  • Keessa Deebii 30:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqni kee Yihowaan wantoota si jalaa boojiʼaman siif deebisa,+ gara laafina sitti argisiisa,+ akkasumas saboota Waaqni kee Yihowaan itti si bittinneesse hundumaa keessaa deebisee walitti si qaba.+

  • Faarfannaa 30:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Sababiin isaas, dheekkamsi isaa yeroo muraasaaf qofa tura,+

      Gaarummaan* isaa garuu bara baraaf tura.+

      Galgala booʼichi dhufuu dandaʼa, ganama garuu ililchatu jira.+

  • Faarfannaa 106:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Yaa Waaqa keenya Yihowaa, nu oolchi;+

      Maqaa kee isa qulqulluudhaaf galata akka galchinuuf,

      Akkasumas si jajachuudhaan akka gammannuuf,+

      Saboota keessaa walitti nu qabi.+

  • Isaayyaas 27:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Guyyaa sanatti Yihowaan Laga* isa yaaʼu irraa jalqabee hamma Laga Gogaa* Gibxiitti+ firicha ni hurgufa; yaa saba Israaʼel, isinis tokko tokkoon walitti ni qabamtu.+

  • Ermiyaas 29:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Yihowaan akkana jedha: ‘Waggaan 70ni Baabilonitti dabarsitan yommuu xumuramu, xiyyeeffannaa koo gara keessanitti nan deebisa;+ gara iddoo kanaatti isin deebisuudhaanis waadaan gale nan raawwadha.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi