Hisqiʼel 11:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Kanaafuu akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kana malees, ani saboota keessaa walitti isin nan qaba; biyyoota itti bittinnooftan keessaa isin nan sassaaba; biyya Israaʼelis isiniif nan kenna.+ Amoos 9:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+
17 “Kanaafuu akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kana malees, ani saboota keessaa walitti isin nan qaba; biyyoota itti bittinnooftan keessaa isin nan sassaaba; biyya Israaʼelis isiniif nan kenna.+
14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+