Uumama 49:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+ Faarfannaa 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,Mootii koo muudeera”+ jedha. Isaayyaas 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Mucaan nuuf dhalateera,+Ilmi nuuf kennameera;Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+ Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama. Ermiyaas 23:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+ Luqaas 1:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+
10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+
6 Mucaan nuuf dhalateera,+Ilmi nuuf kennameera;Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+ Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama.
5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+
32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+