LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 25:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 ani maatiiwwan kaabaa hundumaatti,+ tajaajilaa koo kan taʼe Nebukadnezaar* mootii Baabilonittis dhaamsa ergee,+ biyya kana irratti, jiraattota ishii irrattii fi saboota naannoo kanatti argaman hundumaa irratti isaan nan fida”+ jedha Yihowaan. “Haxaaʼee isaan nan balleessa, wanta sodaachisaa fi kan itti siiqsamu akka taʼan, akkasumas yeroo hundumaatiif ona akka taʼan isaan nan godha.

  • Ermiyaas 27:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Wantoota kanas gara mootii Edoom,+ mootii Moʼaab,+ mootii Amoonotaa,+ mootii Xiirosii+ fi mootii Siidoonitti,+ karaa ergamtoota gara Yerusaalem, gara Zedeeqiyaa mootii Yihudaa dhufan sanaa ergi.

  • Ermiyaas 27:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ammas ani biyyoota kana hundumaa tajaajilaa koo kan taʼe Nebukadnezaar mootii Baabiloniif kenneera;+ akka isa tajaajilaniif bineensota bosonaa illee isaaf kenneera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi