LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 90:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Gaaronni dhalachuu isaanii dura

      Yookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,

      Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+

  • Daaniʼel 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Anis hamma teessoowwan kaaʼamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate+ ni taaʼe.+ Uffanni isaa akkuma cabbii adii ture;+ rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa labooba ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaʼaa jiru turan.+

  • Daaniʼel 7:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Anis mulʼata halkan natti dhufe sana ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, ilma namaa+ kan fakkaatu tokko duumessa samii wajjin ni dhufe; innis gara Isa Bara Dheeraa Jiraate+ sanaatti akka seenu isaaf ni heyyamame; isaanis isa duratti isa dhiheessan.

  • Anbaaqom 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaa Yihowaa, ati bara baraa kaasee jirta mitii?+

      Yaa Waaqa koo, yaa Qulqulluu koo, ati hin duutu.*+

      Yaa Yihowaa, ati murtii raawwachiisuuf isaan muuddeetta;

      Yaa Qarsaa koo,+ ati adaba kennuuf isaan filateetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi