LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 7:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 kunis kan taʼe hamma Inni Bara Dheeraa+ Jiraate dhufuttii fi qulqulloota kan Isa Hundumaa Gararraa taʼaniif+ murteeffamutti, akkasumas hamma yeroon qulqulloonni mootummicha akka dhaalan isaaniif murtaaʼe gaʼutti dha.+

  • Maatewos 19:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, yeroo wanti hundi haareffamuu* fi Ilmi namaa teessoo isaa isa ulfina qabeessa taʼe irra taaʼutti, isin warri na duukaa buutan teessoo 12 irra teessanii gosoota Israaʼel 12n irratti murteessitu.+

  • Luqaas 22:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 akkuma Abbaan koo anaa wajjin kakuu gale, anis isinii wajjin kakuu mootummaa nan gala;+

  • Mulʼata 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis teessoowwan nan arge, warri isaan irra taaʼanis akka murteessaniif aangoon isaaniif ni kenname. Eeyyee, lubbuu* warra Yesuusiif waan dhugaa baʼaniif, akkasumas waaʼee Waaqayyoo waan dubbataniif ajjeefamanii,* lubbuu warra bineensicha yookiin bifa fakkeenyaa isaa hin waaqeffannee, akkasumas mallattoo bineensichaa adda isaanii fi harka isaanii irratti hin fudhannee nan arge.+ Isaan gara jireenyaatti deebiʼanii mootota taʼanii Kiristoosii wajjin waggaa 1,000f bulchan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi