LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 40:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Anis akkanan jedhe: “Kunoo, ani dhufeera.

      Waaʼeen koo maraa kitaabaa irratti barreeffameera.+

  • Faarfannaa 118:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  26 Inni maqaa Yihowaatiin dhufu eebbifamaa dha;+

      Nuti mana Yihowaa keessaa isin eebbisna.

  • Zakkaariyaas 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa intala Xiyoon, baayʼee gammadi.

      Yaa intala Yerusaalem, injifannoodhaan iyyi.

      Kunoo, mootiin kee gara kee ni dhufa.+

      Inni qajeelaa dha, fayyina ni argamsiisa,*

      Kan gad of qabu dhas;+ harree irra taaʼee,

      Ilmoo harree,* eeyyee, ilmoo harree irra taaʼee ni dhufa.+

  • Maatewos 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha;+ inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaʼumsa hin qabu.+ Inni hafuura qulqulluu+ fi ibiddaan isin cuupha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi