-
1 Pheexiros 1:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Waaqaa fi Abbaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiif galanni haa taʼu; inni gara laafina isaa isa guddaadhaan, karaa duʼaa kaʼuu Yesuus Kiristoos+ abdii jiraataa+ taʼeef akka haaraatti akka dhalannu godheera;+ 4 kana kan godhe dhaala hin badne, hin xuroofnee fi hin mancaane akka argannuufi.+ Kunis samii keessatti isiniif kaaʼameera;+
-