LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Miidhaa tiksee Waaqaa isa dhugaa tuffachuun fidu (1-17)

        • “Hoolota qalamuuf jedhan tiksi” (4)

        • Ulee lama: Gammachuu fi Tokkummaa (7)

        • Mindaa tiksee: Meetii sheeqilii 30 (12)

        • Maallaqichi mana kuusaatti darbatame (13)

Zakkaariyaas 11:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 34:8

Zakkaariyaas 11:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 22:25
  • +Nah 5:8
  • +His 34:2, 4

Zakkaariyaas 11:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 11:4
  • +Zak 11:10, 14

Zakkaariyaas 11:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

  • *

    Ykn., “lubbuuwwan isaaniis.”

Zakkaariyaas 11:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 11:7

Zakkaariyaas 11:12

Miiljaleewwan

  • *

    Sheeqiliin tokko 11.4 g dha. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

  • *

    Kal., “madaalan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:14, 15; 27:9; Mar 14:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 15

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 13

    1/1/2011, ful. 15

Zakkaariyaas 11:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 21:32
  • +Mat 27:5, 6; HoE 1:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 15

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 13

Zakkaariyaas 11:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 11:7
  • +1Mo 12:19, 20; His 37:16

Zakkaariyaas 11:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 34:2, 4

Zakkaariyaas 11:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 23:2; His 34:6; Mat 9:36
  • +His 34:21
  • +Uma 31:38
  • +His 34:3, 10

Zakkaariyaas 11:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dukkanaaʼa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 23:1; Mat 23:13; Yoh 10:12

Yaada Wal Simu

Zak. 11:4His 34:8
Zak. 11:5His 22:25
Zak. 11:5Nah 5:8
Zak. 11:5His 34:2, 4
Zak. 11:7Zak 11:4
Zak. 11:7Zak 11:10, 14
Zak. 11:10Zak 11:7
Zak. 11:12Mat 26:14, 15; 27:9; Mar 14:10, 11
Zak. 11:13Bau 21:32
Zak. 11:13Mat 27:5, 6; HoE 1:18
Zak. 11:14Zak 11:7
Zak. 11:141Mo 12:19, 20; His 37:16
Zak. 11:15His 34:2, 4
Zak. 11:16Er 23:2; His 34:6; Mat 9:36
Zak. 11:16His 34:21
Zak. 11:16Uma 31:38
Zak. 11:16His 34:3, 10
Zak. 11:17Er 23:1; Mat 23:13; Yoh 10:12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 11:1-17

Zakkaariyaas

11 “Yaa Libaanon, ibiddi muka gaattiraa kee akka nyaatuuf,

Balbala kee bani.

 2 Yaa muka birbirsaa, mukti gaattiraa waan jigeef gadoodi;

Mukeetii guguddaan balleeffamaniiru!

Yaa qilxuuwwan Baashaan,

Bosonni gobbuun waan badeef gadoodaa!

 3 Tiksitoonni ulfinni isaanii baduu isaatiin kan kaʼe

Yommuu gadoodan dhagaʼaa!

Leenconni saafelli bosonni gobbuun Yordaanos bira jiru mancaʼuu isaatiin kan kaʼe

Yommuu baroodan dhagaʼaa!

4 “Waaqni koo Yihowaan akkana jedha: ‘Hoolota qalamuuf jedhan tiksi;+ 5 warri isaan bitan isaan qalan;+ taʼus, isaan yakka rawwataniin itti hin gaafatamne. Warri isaan gurguranis,+ “Yihowaadhaaf galanni haa taʼu, ani sooressa nan taʼa” jedhu. Tiksitoonni isaanii garaa isaaniif hin laafan.’+

6 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani kana booda jiraattota biyyattiitti gara laafina hin argisiisu. Kanaafuu, ani tokkoon tokkoon namaa harka ollaa isaa fi harka mootii isaa keessatti akka kufu nan godha; isaan biyyattii ni balleessu; anis harka isaanii keessaa isaan hin oolchu.’”

7 Yaa hoolota cunqurfamtan nana, ani isiniif jedhee hoolota qalamuuf jedhan sana+ tiksuu jalqabeera. Kanaafuu, ani ulee lama fudhadhee isa tokko Gammachuu, isa kan biraa immoo Tokkummaa jedhee moggaaseera;+ hoolotas tiksuu jalqabeera. 8 Ani* kana caalaa isaaniif obsuu waan hin dandeenyeef, isaanis* waan na jibbaniif, tiksitoota sadii jiʼa tokko gidduutti nan ariʼe. 9 Anis, “Isin tiksuu koo itti hin fufu. Inni duʼuuf jedhu haa duʼu, inni baduuf jedhus haa badu. Warri hafan immoo foon walii isaanii haa nyaatan” nan jedhe. 10 Kanaafuu, ulee koo isa Gammachuu+ jedhamu fuudhee cabsuudhaan kakuu isan saba koo wajjin gale nan diige. 11 Akka kanaan, inni guyyaa sanatti ni cabe; hoolota keessaa warri cunqurfamanii fi na ilaalaa turanis kun dubbii Yihowaa taʼuu isaa ni beekan.

12 Achiis, “Gaarii fakkaatee yoo isinitti mulʼate mindaa koo naaf kennaa; taʼuu baannaan immoo itti dhiisaa” isaaniin nan jedhe. Isaanis mindaa koo, meetii sheeqilii* 30 naaf kaffalan.*+

13 Achiis Yihowaan, “Gatii guddaa isaan ittiin na shallagan sana fuudhiitii mana qabeenyaa keessatti darbadhu”+ naan jedhe. Kanaafuu, meetii sheeqilii 30 sana fuudheen mana qabeenyaa mana Yihowaa keessatti darbadhe.+

14 Achiis ulee koo isa lammaffaa isa Tokkummaa+ jedhamu cabsuudhaan obbolummaa Yihudaa fi Israaʼel gidduu jiru nan diige.+

15 Yihowaanis akkana naan jedhe: “Amma meeshaalee tiksee faayidaa hin qabne sanaa fudhadhu.+ 16 Sababiin isaas, ani tikseen tokko biyyattii keessatti akka kaʼu nan godha. Inni hoolota dhumuuf jedhan hin kunuunsu;+ ilmoo hoolaa bade hin barbaadu yookiin isa miidhame hin fayyisu+ yookiin warra dhaabbachuu dandaʼan hin sooru. Kanaa mannaa, foon hoolaa gabbataa ni nyaata;+ kottee hoolotaas irraa ni kuta.+

17 Tiksee koo isa gatii hin qabne, isa hoolota koo gate sanaaf wayyoo!+

Goraadeen harka isaa fi ija isaa isa mirgaa ni rukuta.

Harki isaa guutummaatti ni goga,

Ijji isaa inni mirgaas guutummaatti ni jaama.”*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi