LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 57
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa gaarummaa Waaqaa argachuuf dhihaate

        • Qoochoo Waaqaa jalatti kooluu galuu (1)

        • Diinonni kiyyoo ofiitiin qabaman (6)

Faarfannaa 57:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 22:1; 24:3; Fr 142:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Faarfannaa 57:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:2
  • +Rut 2:12; Fr 17:8

Faarfannaa 57:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 144:7; HoE 12:11
  • +Fr 40:11; 61:7

Faarfannaa 57:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:13; 35:17
  • +Fr 52:2; 64:3; Fak 25:18

Faarfannaa 57:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 57:11; 108:5

Faarfannaa 57:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 35:7
  • +Fr 42:6
  • +1Sa 24:4; Fak 26:27

Faarfannaa 57:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 112:7

Faarfannaa 57:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 108:2-5

Faarfannaa 57:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:11; 145:11, 12
  • +Rom 15:9

Faarfannaa 57:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 36:5; 103:11

Faarfannaa 57:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 8:1; 57:5; 108:5

Yaada Wal Simu

Far. 57:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Sa 22:1; 24:3; Fr 142:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru
Far. 57:1Fr 18:2
Far. 57:1Rut 2:12; Fr 17:8
Far. 57:3Fr 144:7; HoE 12:11
Far. 57:3Fr 40:11; 61:7
Far. 57:4Fr 22:13; 35:17
Far. 57:4Fr 52:2; 64:3; Fak 25:18
Far. 57:5Fr 57:11; 108:5
Far. 57:6Fr 35:7
Far. 57:6Fr 42:6
Far. 57:61Sa 24:4; Fak 26:27
Far. 57:7Fr 112:7
Far. 57:8Fr 108:2-5
Far. 57:9Fr 9:11; 145:11, 12
Far. 57:9Rom 15:9
Far. 57:10Fr 36:5; 103:11
Far. 57:11Fr 8:1; 57:5; 108:5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 57:1-11

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; “Badiisa hin Fidin.” Faarfannaa Daawit. Miktaam.* Yeroo inni Saaʼol jalaa baqatee holqa keessa turetti.+

57 Ani sitti kooluu waanan galeef,+

Hamma rakkinni darbuttis gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu waanan galeef,+

Gaarummaa natti argisiisi, yaa Waaqayyo, gaarummaa natti argisiisi.

 2 Ani Waaqa Isa Hundaa Olii,

Waaqa dhugaa isa isaaniin naaf balleessu nan waammadha.

 3 Inni samii irraa gargaarsa ergee na oolcha.+

Isa wanta nama miidhu natti dubbatus abdii kutachiisa. (Seelaa)

Waaqayyo jaalala isaa isa amanamaa fi amanamummaa isaa ni erga.+

 4 Ani* leencotaan marfameera;+

Namoota na nyaachuu barbaadan gidduu,

Warra ilkaan isaanii eeboo fi xiyya taʼe,

Warra arrabni isaanii goraadee qaramaa+ taʼe gidduu ciiseera.

 5 Yaa Waaqayyo, samiiwwanii olitti ol kan qabamte taʼi.

Ulfinni kee guutummaa lafaa irra haa taʼu.+

 6 Isaan miila koo qabuuf saaphana qopheessaniiru;+

Ani* dhiphinaan gad qabameera.+

Isaan na duratti boolla qotaniiru,

Taʼus isaanumatu achi keessatti kufe.+ (Seelaa)

 7 Garaan koo cimaa dha,

Yaa Waaqayyo, garaan koo cimaa dha.+

Ani nan faarfadha, muuziqaas nan qopheessa.

 8 Yaa ulfina koo dammaqi.

Yaa meeshaa muuziqaa ribuu qabdu nana, dammaqi, yaa baganaa, atis dammaqi.

Ani barraaqaan nan kaʼa.+

 9 Yaa Yihowaa, namoota gidduutti sin jajadha;+

Saboota gidduuttis faarfannaa galataa siif nan faarfadha.*+

10 Sababiin isaas, jaalalli kee inni amanamaan guddaa dha, akka samiiwwaniittis ol kaʼaa dha,+

Amanamummaan kees duumessoota bira gaʼa.

11 Yaa Waaqayyo, samiiwwanii olitti ol kan qabamte taʼi.

Ulfinni kee guutummaa lafaa irra haa taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi