LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hoseʼaa

      • Efreem inni waaqolii tolfamoo waaqeffatu Yihowaa irraanfate (1-16)

        • “Yaa Duʼaa, ilkeen kee meerre?” (14)

Hoseʼaa 13:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:17
  • +2Mo 17:16; Hos 11:2

Hoseʼaa 13:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “siidaawwan baqfamanii tolfaman.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 2:8
  • +1Mo 12:26, 28; 19:18

Hoseʼaa 13:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:2; Hos 12:9
  • +Isa 43:11; 45:21, 22

Hoseʼaa 13:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 2:7; 32:9, 10

Hoseʼaa 13:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:25
  • +Kes 6:10-12; 8:12-14; 32:15, 18; Isa 17:10

Hoseʼaa 13:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 5:14

Hoseʼaa 13:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Dallaa onnee isaanii.”

Hoseʼaa 13:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Abbootiin murtii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 8:19, 20
  • +1Sa 8:4, 5

Hoseʼaa 13:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 8:7; 12:13
  • +1Sa 12:25; 2Mo 17:4; Er 52:11

Hoseʼaa 13:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 25:8; 26:19
  • +1Qo 15:55
  • +Mul 20:13, 14

Hoseʼaa 13:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:20

Hoseʼaa 13:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 20:21
  • +2Mo 17:18; Amo 3:9, 10
  • +Isa 7:8

Yaada Wal Simu

Hos. 13:1Iya 17:17
Hos. 13:12Mo 17:16; Hos 11:2
Hos. 13:2Hos 2:8
Hos. 13:21Mo 12:26, 28; 19:18
Hos. 13:4Bau 20:2; Hos 12:9
Hos. 13:4Isa 43:11; 45:21, 22
Hos. 13:5Kes 2:7; 32:9, 10
Hos. 13:6Nah 9:25
Hos. 13:6Kes 6:10-12; 8:12-14; 32:15, 18; Isa 17:10
Hos. 13:7Hos 5:14
Hos. 13:101Sa 8:19, 20
Hos. 13:101Sa 8:4, 5
Hos. 13:111Sa 8:7; 12:13
Hos. 13:111Sa 12:25; 2Mo 17:4; Er 52:11
Hos. 13:14Isa 25:8; 26:19
Hos. 13:141Qo 15:55
Hos. 13:14Mul 20:13, 14
Hos. 13:152Mo 17:20
Hos. 13:16His 20:21
Hos. 13:162Mo 17:18; Amo 3:9, 10
Hos. 13:16Isa 7:8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hoseʼaa 13:1-16

Hoseʼaa

13 “Yommuu Efreem dubbatu namoonni ni hollatu turan;

Inni Israaʼel keessatti beekamaa ture.+

Haa taʼu malee, Baʼaalii wajjin haala wal qabateen yakkamaa ni taʼe,+ achiis ni duʼe.

 2 Ammas isaan cubbuu isaanii irratti dabaluudhaan

Meetii isaanii irraa siidaawwan sibiilaa* tolfataniiru;+

Waaqolii tolfamoo ogummaadhaan ni tolfatu, hundi isaanii iyyuu hojii ogeeyyii harkaa ti.

Achiis, ‘Namoonni aarsaa dhiheessan jabbilee haa dhungatan’+ isaaniin jedhu.

 3 Kanaafuu, isaan akkuma duumessa ganamaa,

Akkuma fixeensa dafee baduu,

Akkuma habaqii bubbeen oobdii irraa fuudhee sokkuu,

Akkuma aara qaawwa baaxii keessaa baʼuus ni taʼu.

 4 Haa taʼu malee, ani biyya Gibxii irraa kaasee Waaqa kee Yihowaa dha;+

Ati ana malee Waaqa kan biraa hin beektu turte,

Ana malee fayyisaan hin jiru.+

 5 Ani lafa onaa, biyya gogaa taʼe keessattan xiyyeeffannaa siif kenne.+

 6 Isaan bakka dheedichaa isaanii irratti ni quufan;+

Waan quufaniifis garaan isaanii of tuule.

Kanaan kan kaʼes isaan na irraanfatan.+

 7 Ani akka leenca saafelaa,+

Akka qeerransa daandii biratti riphee eeggatuu isaanitti nan taʼa.

 8 Ani akkuma amaaketa ilmoolee ishii dhabdeetti isaanitti nan dhufa,

Laphee isaaniis* nan tarsaasa.

Achitti akka leencaatti isaan nan nyaadha;

Bineensi bosonaas isaan ni ciccira.

 9 Yaa Israaʼel, inni si balleessa;

Sababiin isaas, ati ana irratti, eeyyee, gargaaraa kee irratti kaateetta.

10 Ati, ‘Mootii fi bulchitoota naa kenni’ jettee turte,+

Maarree, magaalota kee hundumaa keessatti akka si oolchuuf mootiin kee meerre?

Bulchitoonni* kee hoo meerre?+

11 Ani dheekkamsa kootiin mootii siif kenneen ture,+

Aarii koo isa guddaadhaanis achii isa nan kaasa.+

12 Balleessaan Efreem maramee kaaʼameera;

Cubbuun isaas kuufameera.

13 Ciniinsuun daʼumsaa isatti ni dhufa.

Inni garuu daaʼima ogummaa hin qabne dha;

Yeroon itti dhalatu yommuu gaʼu dhalachuu hin barbaanne.

14 Ani humna Awwaalaa* jalaa isaan nan baasa;

Duʼa jalaas isaan nan fura.+

Yaa Duʼaa, ilkeen kee meerre?+

Yaa Awwaalaa, badiisni ati geessistu meerre?+

Gara laafinni ija koo duraa ni dhokata.

15 Inni shomboqqoo gidduutti yoo dagaage illee,

Bubbeen bahaa, eeyyee, bubbeen Yihowaa ni dhufa,

Boolla bishaanii isaa fi burqaa bishaanii isaa gogsuuf lafa onaa irraa ni dhufa.

Manni kuusaa isaa inni miʼawwan isaa warra gatii guddaa qaban hundumaatiin guutame ni saamama.+

16 Samaariyaan Waaqa ishii irratti waan fincilteef,+ yakka ishiitiif itti gaafatamti.+

Isaan goraadeedhaan ni kufu,+

Ijoolleen isaanii ni caccabsamu,

Dubartoonni isaanii warri ulfaas garaan isaanii ni tarsaafama.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi