LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Yohaannis 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Yohaannis

      • Dubbii jireenyaa (1-4)

      • Ificha keessa deddeebiʼuu (5-7)

      • Cubbuu himachuun barbaachisaa dha (8-10)

1 Yohaannis 1:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:4; 6:68

1 Yohaannis 1:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 21:24; HoE 2:32
  • +Yoh 17:3

1 Yohaannis 1:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qooda.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:26, 27; HoE 4:20
  • +Yoh 17:20, 21

1 Yohaannis 1:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isaa wajjin tokkummaa hin qabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 1:17

1 Yohaannis 1:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 6:14; Efe 5:8; Tit 1:16; 1Yo 2:4

1 Yohaannis 1:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 3:25; Efe 1:7; Ibr 9:14; 10:22; Mul 1:5

1 Yohaannis 1:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 8:46; Lal 7:20

1 Yohaannis 1:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 32:5; Fak 28:13; Yaq 5:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2020, ful. 23

Yaada Wal Simu

1Yoh. 1:1Yoh 1:4; 6:68
1Yoh. 1:2Yoh 21:24; HoE 2:32
1Yoh. 1:2Yoh 17:3
1Yoh. 1:3Yoh 15:26, 27; HoE 4:20
1Yoh. 1:3Yoh 17:20, 21
1Yoh. 1:5Yaq 1:17
1Yoh. 1:62Qo 6:14; Efe 5:8; Tit 1:16; 1Yo 2:4
1Yoh. 1:7Rom 3:25; Efe 1:7; Ibr 9:14; 10:22; Mul 1:5
1Yoh. 1:81Mo 8:46; Lal 7:20
1Yoh. 1:9Fr 32:5; Fak 28:13; Yaq 5:16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Yohaannis 1:1-10

Yohaannis Tokkoffaa

1 Waaʼee dubbii jireenyaa+ isa jalqabaa kaasee ture, isa dhageenye, isa ija keenyaan argine, isa hubannee ilaallee fi isa harka keenyaan qaqqabne sanaa isiniif barreessina; 2 (eeyyee, jireenyi mulʼifameera, nutis argineerra, ragaas baʼaa jirra;+ jireenya bara baraa+ isa Abbaa bira turee fi nutti mulʼifame sana isinitti himaa jirra), 3 isinis nuu wajjin tokkummaa* qabaachuu akka dandeessaniif, isa arginee fi isa dhageenye sana isinitti ni himna.+ Tokkummaan kunis isa nuti Abbaa fi Ilma isaa Yesuus Kiristoosii wajjin qabnu dha.+ 4 Wantoota kana kan isiniif barreessinu gammachuun keenya guutuu akka taʼuufi.

5 Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: Waaqayyo ifa dha,+ dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.* 6 “Nuti isaa wajjin tokkummaa qabna” jennee dubbachaa, dukkana keessa deddeebiʼuu keenya yoo itti fufne, sobaa jirra, dhugaas hojii irra oolchaa hin jirru.+ 7 Haa taʼu malee, akkuma inni ifa keessa jiru nutis ifaan yoo deddeebine, walii wajjin tokkummaa ni qabaanna, akkasumas dhiigni Ilma isaa Yesuus cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa.+

8 “Cubbuu hin qabnu” jennee yoo dubbanne of gowwoomsaa jirra,+ dhugaanis nu keessa hin jiru. 9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+ 10 “Nuti cubbuu hin hojjenne” jennee yoo dubbanne sobduu isa gochaa jirra, dubbiin isaas nu keessa hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi