LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Moototaa

      • Yehoyaaqiim ni fincile, ni duʼes (1-7)

      • Yehoyaakiin mootii Yihudaa (8, 9)

      • Yeroo jalqabaatiif gara Baabilonitti geeffaman (10-17)

      • Zedeeqiyaa mootii Yihudaa; ni fincile (18-20)

2 Mootota 24:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 25:1; 46:2; Dan 1:1; 3:1; 4:33

2 Mootota 24:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +An 1:6
  • +Lew 26:27, 28; Kes 28:15; 2Mo 23:27

2 Mootota 24:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 21:11; 23:26
  • +Lew 26:33; Kes 4:26

2 Mootota 24:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 21:16; Er 2:34; 19:4
  • +Er 15:1; Fru 3:42

2 Mootota 24:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 36:8

2 Mootota 24:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 22:18, 19; 36:30

2 Mootota 24:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:2, 5
  • +Uma 15:18; 1Mo 4:21
  • +Er 46:2

2 Mootota 24:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 24:1; 37:1
  • +2Se 36:8

2 Mootota 24:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 1:1

2 Mootota 24:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 29:1, 2
  • +2Se 36:9, 10; Er 24:1; His 17:12
  • +Er 52:28

2 Mootota 24:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 20:13, 17
  • +1Mo 7:48-50; Iz 1:7; Dan 5:2

2 Mootota 24:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “nama dallaa dhagaa ijaaru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 1:3, 6
  • +Er 24:1
  • +2Mo 25:12

2 Mootota 24:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 25:27; 1Se 3:17
  • +Er 22:24, 25

2 Mootota 24:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “warra dallaawwan ittisaa ijaaran.”

2 Mootota 24:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 3:15
  • +2Se 36:10-12; Er 37:1; 52:1

2 Mootota 24:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 23:31

2 Mootota 24:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 23:36, 37; Er 24:8; 37:1, 2; 38:5, 6; His 21:25

2 Mootota 24:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 23:27
  • +2Se 36:11, 13; Er 27:12; 38:17; His 17:12-15

Yaada Wal Simu

2Mot. 24:1Er 25:1; 46:2; Dan 1:1; 3:1; 4:33
2Mot. 24:2An 1:6
2Mot. 24:2Lew 26:27, 28; Kes 28:15; 2Mo 23:27
2Mot. 24:32Mo 21:11; 23:26
2Mot. 24:3Lew 26:33; Kes 4:26
2Mot. 24:42Mo 21:16; Er 2:34; 19:4
2Mot. 24:4Er 15:1; Fru 3:42
2Mot. 24:52Se 36:8
2Mot. 24:6Er 22:18, 19; 36:30
2Mot. 24:7Lak 34:2, 5
2Mot. 24:7Uma 15:18; 1Mo 4:21
2Mot. 24:7Er 46:2
2Mot. 24:8Er 24:1; 37:1
2Mot. 24:82Se 36:8
2Mot. 24:10Dan 1:1
2Mot. 24:12Er 29:1, 2
2Mot. 24:122Se 36:9, 10; Er 24:1; His 17:12
2Mot. 24:12Er 52:28
2Mot. 24:132Mo 20:13, 17
2Mot. 24:131Mo 7:48-50; Iz 1:7; Dan 5:2
2Mot. 24:14Dan 1:3, 6
2Mot. 24:14Er 24:1
2Mot. 24:142Mo 25:12
2Mot. 24:152Mo 25:27; 1Se 3:17
2Mot. 24:15Er 22:24, 25
2Mot. 24:171Se 3:15
2Mot. 24:172Se 36:10-12; Er 37:1; 52:1
2Mot. 24:182Mo 23:31
2Mot. 24:192Mo 23:36, 37; Er 24:8; 37:1, 2; 38:5, 6; His 21:25
2Mot. 24:202Mo 23:27
2Mot. 24:202Se 36:11, 13; Er 27:12; 38:17; His 17:12-15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Mootota 24:1-20

Mootota Lammaffaa

24 Bara Yehoyaaqiimitti Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon biyyattii ni weerare; Yehoyaaqiimis waggaa sadiif tajaajilaa isaa ni taʼe. Sana booda garuu inni isatti garagalee fincila kaase. 2 Achiis Yihowaan tuuta weerartootaa warra Kaladootaa,+ warra Sooriyaa, warra Moʼaabii fi warra Amoon isatti erguu jalqabe. Akkuma dubbii Yihowaan karaa raajota isaa warra tajaajiltoota isaa taʼanii dubbatetti+ inni Yihudaa akka balleessaniif gara ishiitti isaan erguu isaa itti fufe. 3 Wanti kun akka Yihowaan ajajetti Yihudaa irra ni gaʼe; kunis kan taʼe, cubbuuwwan Minaaseen hojjete hundumaatiin kan kaʼe+ inni Yihudaa of duraa balleessuu waan barbaadeef,+ 4 akkasumas dhiiga qulqulluu inni dhangalaaseen kan kaʼe dha;+ inni dhiiga qulqulluudhaan Yerusaalemiin guutee ture; Yihowaanis dhiifama isaaf gochuuf fedhii hin qabu ture.+

5 Seenaan Yehoyaaqiim inni hafee fi wanti inni godhe hundi, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Yihudaa dubbatu keessatti barreeffameera mitii?+ 6 Achiis Yehoyaaqiim abbootii isaa wajjin ni boqote;+ ilmi isaa Yehoyaakiinis bakka isaa mootii taʼe.

7 Mootiin Baabilon Laga Gogaa* Gibxii+ irraa jalqabee hamma Laga Efraaxisitti+ wanta kan mootii Gibxii+ taʼe hundumaa waan fudhateef, sana booda mootiin Gibxii biyya isaa keessaa hin baane.

8 Yehoyaakiin+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 18 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee jiʼa sadiif ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Nehushtaa yeroo taʼu, ishiin intala Elnaataan isa nama Yerusaalem taʼee turte. 9 Inni akkuma abbaan isaa godhe hundumaatti, wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate. 10 Bara sanatti tajaajiltoonni Nebukadnezaar mootii Baabilon Yerusaalem irratti ni duulan; magaalattiinis ni marfamte.+ 11 Tajaajiltoonni isaa magaalattiitti marsanii utuu jiranii, Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara magaalattiitti dhufe.

12 Yehoyaakiin mootiin Yihudaa haadha isaa, tajaajiltoota isaa, bulchitoota isaa fi abbootii taayitaa mana mootummaa+ isaa wajjin gara mootii Baabilonitti+ baʼe; mootiin Baabilonis Yehoyaakiin mootii taʼee waggaa saddeettaffaa isaatti boojiʼee isa fudhate.+ 13 Qabeenya mana Yihowaa fi qabeenya mana mootichaa hundumaas achi keessaa baasee fudhate.+ Miʼawwan warqii mana qulqullummaa Yihowaa keessa jiranii fi Solomoon mootiin Israaʼel hojjete hundumaa ni caccabse.+ Kunis akkuma Yihowaan dursee dubbatetti ni raawwatame. 14 Inni namoota Yerusaalem hundumaa, bulchitoota hundumaa,+ loltoota jajjaboo taʼan hundumaa, akkasumas nama ogummaa harkaa fi ogummaa sibiilaa qabu* hundumaa,+ walumaa galatti namoota 10,000 boojiʼee fudhate. Namoota biyyattii warra hiyyeeyyii taʼaniin alatti eenyu illee achitti hin hafne.+ 15 Akka kanaan inni Yehoyaakiiniin+ boojiʼee gara Baabilonitti geesse;+ kana malees haadha mootichaa, haadhotii manaa mootichaa, abbootii taayitaa mana mootummaa isaa fi namoota guguddaa biyyattii Yerusaalem keessaa boojiʼee gara Baabilonitti geesse. 16 Kana malees, mootiin Baabilon loltoota 7,000 fi namoota ogeeyyii harkaa taʼanii fi hojii sibiilaa hojjetan* 1,000 boojiʼee gara Baabilonitti geesse; hundi isaanii namoota jajjaboo fi waraanaaf leenjiʼan turan. 17 Mootiin Baabilon Maataaniyaa isa wasiila Yehoyaakiin+ taʼe bakka isaa mootii godhe; maqaa isaas Zedeeqiyaatti+ jijjiire.

18 Zedeeqiyaan yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 21 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche. Maqaan haadha isaa Hamutaal yeroo taʼu,+ ishiin intala Ermiyaas isa nama biyya Libnaa taʼe sanaa turte. 19 Inni akkuma Yehoyaaqiim godhe hundumaatti, wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate.+ 20 Wantoonni kun Yerusaalemii fi Yihudaa irra kan gaʼan dheekkamsa Yihowaatiin kan kaʼe ture; hamma inni of duraa isaan gatuttis wantoonni kun isaan irra ni gaʼan.+ Zedeeqiyaanis mootii Baabilon irratti fincila kaase.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi