LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 99
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan Mootii qulqulluu dha

        • Kiruubelotaa olitti teessoo irra taaʼeera (1)

        • Waaqa dhiifama godhuu fi adabu (8)

Faarfannaa 99:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “kiruubelota gidduu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 93:1; Mul 11:17
  • +Bau 25:22

Faarfannaa 99:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 83:18

Faarfannaa 99:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 8:1; 148:13; Mul 15:4

Faarfannaa 99:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 36:6
  • +Kes 10:17, 18; Er 9:24

Faarfannaa 99:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waaqeffadhaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:2
  • +1Se 28:2; Fr 132:7
  • +Lew 19:2

Faarfannaa 99:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 24:6; Lak 14:19, 20
  • +1Sa 7:9
  • +Bau 15:24, 25; 1Sa 15:10

Faarfannaa 99:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:9
  • +Bau 40:16; 1Sa 12:3

Faarfannaa 99:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “isaan irratti haaloo baateetta.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:19
  • +Mik 7:18
  • +Bau 34:6, 7

Faarfannaa 99:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waaqeffannaa dhiheessaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:2; Isa 6:3
  • +Bau 15:2
  • +Fr 2:6

Yaada Wal Simu

Far. 99:1Fr 93:1; Mul 11:17
Far. 99:1Bau 25:22
Far. 99:2Fr 83:18
Far. 99:3Fr 8:1; 148:13; Mul 15:4
Far. 99:4Iyo 36:6
Far. 99:4Kes 10:17, 18; Er 9:24
Far. 99:5Bau 15:2
Far. 99:51Se 28:2; Fr 132:7
Far. 99:5Lew 19:2
Far. 99:6Bau 24:6; Lak 14:19, 20
Far. 99:61Sa 7:9
Far. 99:6Bau 15:24, 25; 1Sa 15:10
Far. 99:7Bau 19:9
Far. 99:7Bau 40:16; 1Sa 12:3
Far. 99:8Kes 9:19
Far. 99:8Mik 7:18
Far. 99:8Bau 34:6, 7
Far. 99:91Sa 2:2; Isa 6:3
Far. 99:9Bau 15:2
Far. 99:9Fr 2:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 99:1-9

Faarfannaa

99 Yihowaan Mootii taʼeera.+ Saboonni haa romʼan.

Inni kiruubelotaa olitti* teessoo irra taaʼeera.+ Lafti haa raafamtu.

 2 Yihowaan Xiyoon keessatti guddaa dha,

Saboota hundumaa irrattis kan ol qabame dha.+

 3 Inni sodaachisaa fi qulqulluu waan taʼeef,

Isaan maqaa kee isa guddaa haa jajatan.+

 4 Inni mootii jabaa haqa jaallatu dha.+

Ati wanta qajeelaa taʼe cimsitee dhaabdeetta.

Yaaqoob keessatti haqaa fi qajeelummaa argamsiisteetta.+

 5 Waaqa keenya Yihowaa ol qabaa,+ ejjeta miila isaa durattis sagadaa;*+

Inni qulqulluu dha.+

 6 Musee fi Aaron luboota isaa keessaa tokko turan,+

Saamuʼelis warra maqaa isaa waammatan keessaa tokko ture.+

Isaan Yihowaa ni waammatu turan,

Innis isaaniif ni deebisa ture.+

 7 Inni utubaa duumessaa keessaa isaanitti dubbata ture.+

Isaanis yaadachiisawwanii fi labsiiwwan inni isaaniif kenne eeganiiru.+

 8 Yaa Waaqa keenya Yihowaa, deebii isaaniif kenniteetta.+

Ati Waaqa isa dhiifama isaaniif godhe dha,+

Taʼus cubbuuwwan isaan raawwataniif isaan adabdeetta.*+

 9 Waaqni keenya Yihowaan qulqulluu waan taʼeef,+

Waaqa keenya Yihowaa ol qabaa,+

Gaara isaa isa qulqulluu durattis sagadaa.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi