LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Ulfina Waaqa fi ulfina namaa

        • “Maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha!” (1, 9)

        • ‘Namni duʼu gatii maalii qaba?’ (4)

        • Namni simboo gonfateera (5)

Faarfannaa 8:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Faarfannaa 8:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Ati isa ulfinni kee samiiwwanii olitti dubbatame dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 8:27; Fr 104:1; 148:13

Faarfannaa 8:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 21:16; Luq 10:21; 1Qo 1:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 118

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

Faarfannaa 8:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:1; 104:19; Isa 40:26; Rom 1:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2023, ful. 19

Faarfannaa 8:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:29; 9:3; Fr 144:3; Mat 6:25, 30; Yoh 3:16; HoE 14:17; Ibr 2:6-8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2023, ful. 19

Faarfannaa 8:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maleekota.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2021, ful. 2-3

Faarfannaa 8:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:26; 9:1, 2

Faarfannaa 8:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:28; 9:3

Yaada Wal Simu

Far. 8:11Mo 8:27; Fr 104:1; 148:13
Far. 8:2Mat 21:16; Luq 10:21; 1Qo 1:27
Far. 8:3Fr 19:1; 104:19; Isa 40:26; Rom 1:20
Far. 8:4Uma 1:29; 9:3; Fr 144:3; Mat 6:25, 30; Yoh 3:16; HoE 14:17; Ibr 2:6-8
Far. 8:6Uma 1:26; 9:1, 2
Far. 8:7Uma 1:28; 9:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 8:1-9

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; Giitiititti.* Faarfannaa Daawit.

8 Yaa Gooftaa keenya Yihowaa, guutummaa lafaa irratti maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha!

Ati simboon kee samiiwwan irra illee kan caalu akka taʼu gooteetta!*+

 2 Diinota keetiin kan kaʼe,

Dubbii afaan ijoollee fi afaan daaʼimmanii keessaa baʼuun+ jabina kee ni argisiiste;

Kanas kan goote, namoota hamoo fi warra si morman cal jechisiisuufi.

 3 Samiiwwan warra hojii quba keetii taʼan,

Addeessaa fi urjiilee warra ati tolchite yommuun ilaalu,+

 4 Akka isa yaadattuuf namni duʼu maali dha?

Akka isa kunuunsituufis ilmi namaa maali dha?+

 5 Ati warra akka waaqaa taʼan* irra xinnuma isa xiqqeessite,

Ulfinaa fi simboos isa gonfachiiste.

 6 Hojiiwwan harka keetii irratti ol aantummaa isaaf ni kennite;+

Wanta hundumaas miila isaa jala isaaf ni galchite.

 7 Bushaayeewwanii fi loon hundumaa,

Akkasumas bineensota bosonaa,+

 8 Allaattiiwwan samii fi qurxummii galaanaa,

Wanta daandiiwwan galaanotaa keessa darbu hundumaas miila isaa jala isaaf ni galchite.

 9 Yaa Gooftaa keenya Yihowaa, guutummaa lafaa irratti maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha!

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi