LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 28
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaan faarfatichaa deebii argate

        • “Yihowaan jabina koo fi gaachana koo ti” (7)

Faarfannaa 28:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “awwaalatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4; Isa 26:4
  • +Iyo 33:28

Faarfannaa 28:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 5:7

Faarfannaa 28:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 16:25, 26; Fr 26:9
  • +Fr 62:4

Faarfannaa 28:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 59:12; Er 18:22
  • +Fr 62:12; 2Ta 1:6

Faarfannaa 28:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 34:26, 27; Isa 5:12

Faarfannaa 28:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:2
  • +Uma 15:1; 2Sa 22:3; Fr 3:3
  • +Fr 56:4

Faarfannaa 28:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 16:13; 2Sa 22:3; Fr 20:6

Faarfannaa 28:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:29
  • +Isa 40:11

Yaada Wal Simu

Far. 28:1Kes 32:4; Isa 26:4
Far. 28:1Iyo 33:28
Far. 28:2Fr 5:7
Far. 28:3Lak 16:25, 26; Fr 26:9
Far. 28:3Fr 62:4
Far. 28:4Fr 59:12; Er 18:22
Far. 28:4Fr 62:12; 2Ta 1:6
Far. 28:5Iyo 34:26, 27; Isa 5:12
Far. 28:7Isa 12:2
Far. 28:7Uma 15:1; 2Sa 22:3; Fr 3:3
Far. 28:7Fr 56:4
Far. 28:81Sa 16:13; 2Sa 22:3; Fr 20:6
Far. 28:9Kes 9:29
Far. 28:9Isa 40:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 28:1-9

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

28 Qarsaa koo kan taate yaa Yihowaa, ani yeroo hundumaa sin waammadha;+

Gurra kee naaf bani.

Ati calluma yoo naan jette,

Ani akka warra gara boollaatti* gad buʼanii nan taʼa.+

 2 Harka koo gara kutaa isa keessaa iddoo qulqulluu keetti argamuutti ol kaasee,

Gargaarsa argachuuf gara keetti yommuun iyyadhu kadhata koo dhagaʼi.+

 3 Hamoota warra wanta nama miidhu raawwatanii wajjin na hin gatin;+

Isaan utuma garaa isaanii keessa hamminni jiruu, namootaa wajjin waaʼee nagaa dubbatu.+

 4 Akkuma gocha hamminaa isaaniitti,

Wanta raawwatan isaanitti deebisi.+

Akkuma isaan godhanittis,

Hojii harka isaanii isaaniif deebisi.+

 5 Sababiin isaas, isaan gochawwan Yihowaatiif,

Hojii harka isaatiifis xiyyeeffannaa hin kennine.+

Inni isaan ni diiga, isaan hin ijaarus.

 6 Kadhata ani gargaarsa argachuuf dhiheesse waan dhagaʼeef,

Yihowaan haa jajamu.

 7 Yihowaan jabina koo+ fi gaachana koo+ ti;

Garaan koo isatti amanama.+

Gargaarsa isaa argadheera, garaan koos gammadeera;

Kanaafuu, faarfannaa kootiin isa nan jajadha.

 8 Yihowaan saba isaatiif jabina dha;

Inni isa dibe sanaaf dahoo fayyina guddaa fidu dha.+

 9 Saba kee oolchi, dhaala kees eebbisi.+

Bara baraaf isaan tiksi, irree keettis isaan baadhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi