LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 84
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Godoo qulqulluu Waaqaa isa guddaa hawwuu

        • Leewwicha akka simbiraa taʼuuf hawwe (3)

        • “Guyyuma tokko mooraa kee keessa ooluu” (10)

        • “Yihowaan aduu fi gaachana dha” (11)

Faarfannaa 84:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:19

Faarfannaa 84:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “baayʼee jaallatamaa dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:4; 43:3; 46:4

Faarfannaa 84:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 42:1, 2; 63:1, 2

Faarfannaa 84:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 6 2016, ful. 8

Faarfannaa 84:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 23:6; 65:4
  • +1Se 25:7; Fr 150:1

Faarfannaa 84:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:7

Faarfannaa 84:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sulula tusii baakaa.” Jechi, “baakaa” jedhu jecha Afaan Ibrootaa ti. Maalummaan biqiltuu kanaa hin beekamu.

  • *

    Ykn tarii, “Barsiisaan eebbawwaniin of ni mara.”

Faarfannaa 84:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:32; Isa 40:29-31; An 3:19

Faarfannaa 84:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Yaa Waaqayyo, gaachana keenya ilaali.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 15:1
  • +1Sa 2:10

Faarfannaa 84:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 26:8; 27:4; 43:3, 4

Faarfannaa 84:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:1; Isa 60:19, 20
  • +Kes 33:29; 2Sa 22:3; Fr 144:2
  • +Fr 34:9; 37:18

Faarfannaa 84:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 146:5; Er 17:7

Yaada Wal Simu

Far. 84:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Se 20:19
Far. 84:1Fr 27:4; 43:3; 46:4
Far. 84:2Fr 42:1, 2; 63:1, 2
Far. 84:4Fr 23:6; 65:4
Far. 84:41Se 25:7; Fr 150:1
Far. 84:5Fr 28:7
Far. 84:7Fr 18:32; Isa 40:29-31; An 3:19
Far. 84:9Uma 15:1
Far. 84:91Sa 2:10
Far. 84:10Fr 26:8; 27:4; 43:3, 4
Far. 84:11Fr 27:1; Isa 60:19, 20
Far. 84:11Kes 33:29; 2Sa 22:3; Fr 144:2
Far. 84:11Fr 34:9; 37:18
Far. 84:12Fr 146:5; Er 17:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 84:1-12

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; Giitiititti.* Faarfannaa ilmaan Qoraa.+ Faarfannaa.

84 Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,

Godoo qulqulluun kee inni guddaan akkam bareeda!*+

 2 Guutummaan eenyummaa kootii*

Mooraa Yihowaa hawweera;+

Eeyyee, ani mooraa isaa hawwuu irraa kan kaʼe gaggabeera.

Garaan koo fi foon koo Waaqa isa jiraataadhaaf ni ililchu.

 3 Mootii koo fi Waaqa koo kan taate

Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, iddoo aarsaa kee biratti

Simbirroon illee mana ni argatti,

Dimbiixiinis ofii ishiitiif manʼee,

Bakka cuucota ishii itti kunuunsitu achitti ni argatti.

 4 Warri mana kee keessa jiraatan gammadoo dha!+

Isaan si jajachuu isaanii itti fufu.+ (Seelaa)

 5 Namoonni si irraa jabina argatan,

Warri garaa isaanii daandiiwwan guguddaa irra kaaʼatanis gammadoo dha.+

 6 Isaan yommuu Sulula Baakaa* keessa darban,

Gara iddoo burqaawwaniitti isa ni jijjiiru;

Bokkaan inni jalqabaas eebbawwaniin isa uwwisa.*

 7 Isaan deemuu isaanii itti fufu, jabinni isaanii garuu hin laafu;+

Tokkoon tokkoon isaaniis Xiyoon keessatti Waaqayyo duratti dhihaatu.

 8 Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa, kadhannaa koo dhagaʼi;

Yaa Waaqa Yaaqoob, dhagaʼi. (Seelaa)

 9 Yaa gaachana keenya,+ yaa Waaqa keenya, ilaali,*

Fuula isa dibde sanaa ilaali.+

10 Guyyaa kuma bakka kan biraa jiraachuu irra guyyuma tokko mooraa kee keessa ooluu wayya!+

Dunkaanota hamminaa keessa jiraachuu mannaa

Gubanii balbala mana Waaqa kootii bira dhaabbachuun filadha.

11 Sababiin isaas, Yihowaan aduu+ fi gaachana+ dha;

Inni gaarummaa ni argisiisa, ulfinas ni kenna.

Yihowaan warra amanamummaadhaan deddeebiʼan,

Wanta gaarii tokko iyyuu hin dhowwatu.+

12 Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,

Namni sitti amanamu gammadaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi