LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Yohaannis 5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Yohaannis

      • Yesuusitti kan amanu addunyaa ni moʼa (1-12)

        • Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha (3)

      • Humna kadhannaan qabutti amanamuu (13-17)

      • Addunyaa hamaa keessatti eegumsa argachuu (18-21)

        • Guutummaan addunyaa humna isa hamaa sana jala jira (19)

1 Yohaannis 5:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:3; 1Ph 1:3, 23; 1Yo 3:9

1 Yohaannis 5:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:12, 13; Rom 8:14

1 Yohaannis 5:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:23
  • +Kes 30:11; Mik 6:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu,

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 373-374

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 5-12

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 186-187

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 5-12

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2009, ful. 25-26

    8/15/2009, ful. 19

1 Yohaannis 5:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “wanti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 16:33; 1Yo 5:18
  • +Efe 6:16; 2Xi 4:7; Mul 12:10, 11

1 Yohaannis 5:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:4
  • +Yoh 20:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 76-77

1 Yohaannis 5:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:13
  • +HoE 20:28; Efe 1:7; 1Ph 1:19
  • +Mat 3:16; Yoh 1:32, 33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 27-28

1 Yohaannis 5:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 129

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 3 2016, ful. 6-7

    Dammaqaa!,

    Lakk. 6 2016, ful. 11

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 27-28

1 Yohaannis 5:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 3:22; 4:18
  • +Luq 3:21
  • +Ibr 9:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 27-28

1 Yohaannis 5:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:33

1 Yohaannis 5:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:3
  • +Yoh 5:26

1 Yohaannis 5:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:36

1 Yohaannis 5:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 20:31
  • +1Yo 1:2

1 Yohaannis 5:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Bilisummaan dubbachuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 4:16; 1Yo 3:21
  • +Fak 15:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 191

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2021, ful. 10

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 9

1 Yohaannis 5:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 11:13; Yoh 14:13

1 Yohaannis 5:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 5:15; 1Yo 1:9
  • +Mat 12:31; Mar 3:29; Luq 12:10; Ibr 6:4-6; 10:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 114

1 Yohaannis 5:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 3:4

1 Yohaannis 5:18

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Yesuus Kiristoos Ilma Waaqayyoo.

  • *

    Ykn., “jabeessee isa qabuu hin dandaʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:15

1 Yohaannis 5:19

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Seexana.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 13:19; Luq 4:6; Yoh 12:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 26

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 10-11

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2013, ful. 4

    10/1/2010, ful. 18

1 Yohaannis 5:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dandeettii yaaduu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 3:16
  • +Yoh 17:20, 21
  • +Yoh 17:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2012, ful. 6

1 Yohaannis 5:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 10:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 45

Yaada Wal Simu

1Yoh. 5:1Yoh 3:3; 1Ph 1:3, 23; 1Yo 3:9
1Yoh. 5:2Yoh 1:12, 13; Rom 8:14
1Yoh. 5:3Yoh 14:23
1Yoh. 5:3Kes 30:11; Mik 6:8
1Yoh. 5:4Yoh 16:33; 1Yo 5:18
1Yoh. 5:4Efe 6:16; 2Xi 4:7; Mul 12:10, 11
1Yoh. 5:51Yo 4:4
1Yoh. 5:5Yoh 20:31
1Yoh. 5:6Mat 3:13
1Yoh. 5:6HoE 20:28; Efe 1:7; 1Ph 1:19
1Yoh. 5:6Mat 3:16; Yoh 1:32, 33
1Yoh. 5:8Luq 3:22; 4:18
1Yoh. 5:8Luq 3:21
1Yoh. 5:8Ibr 9:14
1Yoh. 5:10Yoh 3:33
1Yoh. 5:11Yoh 17:3
1Yoh. 5:11Yoh 5:26
1Yoh. 5:12Yoh 3:36
1Yoh. 5:13Yoh 20:31
1Yoh. 5:131Yo 1:2
1Yoh. 5:14Ibr 4:16; 1Yo 3:21
1Yoh. 5:14Fak 15:29
1Yoh. 5:15Luq 11:13; Yoh 14:13
1Yoh. 5:16Yaq 5:15; 1Yo 1:9
1Yoh. 5:16Mat 12:31; Mar 3:29; Luq 12:10; Ibr 6:4-6; 10:26
1Yoh. 5:171Yo 3:4
1Yoh. 5:18Yoh 17:15
1Yoh. 5:19Mat 13:19; Luq 4:6; Yoh 12:31
1Yoh. 5:201Xi 3:16
1Yoh. 5:20Yoh 17:20, 21
1Yoh. 5:20Yoh 17:3
1Yoh. 5:211Qo 10:14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Yohaannis 5:1-21

Yohaannis Tokkoffaa

5 Namni Yesuus dhuguma Kiristoos taʼuu isaa amanu hundi Waaqayyo irraa kan dhalate dha;+ namni abbaa jaallatu hundis isa isa irraa dhalate sana ni jaallata. 2 Waaqayyoon yommuu jaallannuu fi ajajawwan isaa yommuu raawwannu, ijoollee Waaqayyoo+ akka jaallannu kanaan ni beekna. 3 Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha;+ ajajawwan isaa immoo baʼaa ulfaatoo miti;+ 4 sababiin isaas, namni* Waaqayyo irraa dhalate hundi addunyaa ni moʼa.+ Addunyaa akka moonu kan nu dandeessise immoo amantii keenya dha.+

5 Addunyaa moʼuu kan dandaʼu eenyu?+ Isa Yesuus Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa amanu mitii?+ 6 Yesuus Kiristoos bishaanii fi dhiigaan dhufe; inni bishaanichaa wajjin qofa utuu hin taʼin,+ bishaanichaa fi dhiigichaa+ wajjin dhufe. Hafuurichi kana ragaa ni baʼa;+ sababiin isaas, hafuurichi dhugaa dha. 7 Ragaa baatonni sadii jiru; 8 isaanis hafuuricha,+ bishaanichaa+ fi dhiigicha;+ sadan isaanii walii galu.

9 Isa namoonni ragaa baʼan kan fudhannu yoo taʼe, wanti Waaqayyo ragaa baʼu immoo kana irra ni caala. Sababiin isaas, wanti Waaqayyo ragaa baʼe isa kana, kunis isa inni waaʼee Ilma isaa ragaa baʼe dha. 10 Namni Ilma Waaqayyootti amanu, wanta ragaa isaaf baʼame garaa isaa keessaa qaba. Namni Waaqayyotti hin amanne, wanta Waaqayyo Ilma isaa ilaalchisee ragaa baʼetti waan hin amanneef, sobduu isa godheera.+ 11 Wanti inni ragaa baʼe isa kana, Waaqayyo jireenya bara baraa nuu kenneera;+ jireenyi kunis Ilma isaa keessa jira.+ 12 Namni Ilma Waaqayyoo qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana hin qabu.+

13 Ani wantoota kana kanan isiniif barreessu, isin warri maqaa Ilma Waaqayyootti amantan+ jireenya bara baraa+ qabaachuu keessan akka beektaniifi. 14 Amanannaan* nuti isa irratti qabnu+ kana dha, wanti kadhannu maal iyyuu yoo taʼe, akka fedhii isaatti yoo kadhanne inni nu dhagaʼa.+ 15 Akkasumas wanta isa kadhannu hunda akka nu dhagaʼu yoo beekne, wanta sana waan isa kadhanneef, wanta kadhanne akka argannu beekna.+

16 Namni kam iyyuu obboleessi isaa cubbuu duʼa hin geessisne utuu hojjetuu yoo arge isaaf haa kadhatu, Waaqayyos jireenya isaaf ni kenna;+ eeyyee, Waaqayyo warra cubbuu duʼa hin geessisne hojjetaniif jireenya ni kenna. Cubbuun duʼa geessisu jira.+ Nama cubbuu akkasii hojjeteef haa kadhatu hin jedhu. 17 Jalʼinni hundi cubbuu dha,+ taʼus cubbuun duʼa hin geessisne jira.

18 Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; inni Waaqayyo irraa dhalate sun* isa eega, inni hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaʼu.*+ 19 Nuti kan Waaqayyoo akka taane beekna, guutummaan addunyaa garuu humna isa hamaa sanaa* jala jira.+ 20 Haa taʼu malee, Ilmi Waaqayyoo akka dhufe beekna;+ inni waaʼee isa dhugaa taʼe sanaa beekumsa akka argannuuf hubannaa* nuuf kenneera. Nutis karaa Ilma isaa Yesuus Kiristoos, isa dhugaa taʼe sanaa wajjin tokkummaa qabna.+ Inni Waaqa dhugaa fi jireenya bara baraa ti.+ 21 Yaa ijoolle, waaqolii tolfamoo irraa of eegaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi