LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 137
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Lageen Baabilon biratti

        • Faarfannaawwan Xiyoon hin faarfanne (3, 4)

        • Baabilon ni balleeffamti (8)

Faarfannaa 137:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 51:13; His 3:15; Dan 10:4
  • +Dan 9:2, 3

Faarfannaa 137:2

Miiljaleewwan

  • *

    Baabiloniin argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 24:8

Faarfannaa 137:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 123:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 96

Faarfannaa 137:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “haa lamshaaʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 2:3; Fr 84:2; 102:13, 14; Isa 62:1; Er 51:50

Faarfannaa 137:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 122:1

Faarfannaa 137:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 49:7; Fru 4:22; His 25:12; Oba 10-13

Faarfannaa 137:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 47:1; Er 25:12; 50:2
  • +Er 50:29; Mul 18:6

Faarfannaa 137:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 13:1, 16

Yaada Wal Simu

Far. 137:1Er 51:13; His 3:15; Dan 10:4
Far. 137:1Dan 9:2, 3
Far. 137:2Isa 24:8
Far. 137:3Fr 123:4
Far. 137:5Nah 2:3; Fr 84:2; 102:13, 14; Isa 62:1; Er 51:50
Far. 137:6Fr 122:1
Far. 137:7Er 49:7; Fru 4:22; His 25:12; Oba 10-13
Far. 137:8Isa 47:1; Er 25:12; 50:2
Far. 137:8Er 50:29; Mul 18:6
Far. 137:9Isa 13:1, 16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 137:1-9

Faarfannaa

137 Lageen Baabilon+ bira ni teenye.

Yommuu Xiyooniin yaadannettis ni boonye.+

 2 Baganaawwan keenya

Mukeetii alaltuu ishii* gidduu turan irratti fannisne.+

 3 Achitti warri nu boojiʼan faarfannaa tokko akka isaaniif faarfannu nu gaafatan,+

“Faarfannaawwan Xiyoon keessaa isa tokko nuu faarfadhaa”

Jedhanii nutti qoosuudhaan akka isaan bashannansiisnu barbaadan.

 4 Biyya ormaa keessatti

Akkamitti faarfannaa Yihowaa faarfachuu dandeenya?

 5 Yaa Yerusaalem, yoon si irraanfadhe,

Harki koo mirgaa hojii isaa haa irraanfatu.*+

 6 Ani yoon si yaadachuu baadhe,

Yerusaalemiin wantan hundumaa caalaa itti gammadu

Gararraa yoon gochuu baadhe,+

Arrabni koo laagaa kootti haa maxxanu.

 7 Yaa Yihowaa,

Guyyaa Yerusaalem kuftetti wanta Edoomonni,

“Ishii diigaa! Hamma buʼuurawwan ishiitti ishii diigaa!”+ jechuudhaan dubbatan yaadadhu.

 8 Yaa intala Baabilon ishii yeroo dhihootti balleeffamtu nana,+

Inni akkuma nu cunqursitetti si cunqursuudhaan

Gatii kee siif deebisu gammadaa ni taʼa.+

 9 Inni ijoollee kee qabee

Qarsaawwanitti gad rukutu gammadaa ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi