LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Dhaala sanyii Yoseef (1-4)

      • Dhaala Efreem (5-10)

Iyyaasuu 16:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:55; 33:54; Fak 16:33
  • +Uma 49:22; Kes 33:13
  • +Iya 18:11, 13

Iyyaasuu 16:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:11, 13; 1Se 7:24
  • +1Se 7:20, 28

Iyyaasuu 16:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 48:5
  • +Kes 33:13-15; Iya 17:17, 18

Iyyaasuu 16:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:11, 13
  • +2Se 8:1, 5

Iyyaasuu 16:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:7

Iyyaasuu 16:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 6:20, 26

Iyyaasuu 16:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:8
  • +Lak 34:2, 6

Iyyaasuu 16:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:9

Iyyaasuu 16:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:29
  • +Lak 33:52, 55
  • +Iya 17:13

Yaada Wal Simu

Iya. 16:1Lak 26:55; 33:54; Fak 16:33
Iya. 16:1Uma 49:22; Kes 33:13
Iya. 16:1Iya 18:11, 13
Iya. 16:3Iya 18:11, 13; 1Se 7:24
Iya. 16:31Se 7:20, 28
Iya. 16:4Uma 48:5
Iya. 16:4Kes 33:13-15; Iya 17:17, 18
Iya. 16:5Iya 18:11, 13
Iya. 16:52Se 8:1, 5
Iya. 16:6Iya 17:7
Iya. 16:7Iya 6:20, 26
Iya. 16:8Iya 17:8
Iya. 16:8Lak 34:2, 6
Iya. 16:9Iya 17:9
Iya. 16:10Abo 1:29
Iya. 16:10Lak 33:52, 55
Iya. 16:10Iya 17:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 16:1-10

Iyyaasuu

16 Biyyi carraadhaan+ sanyii Yoseefiif+ kenname Yordaanos isa Yerikoo biratti argamu irraa hamma burqaa isa baha Yerikootti argamuu yeroo taʼu, lafa onaa isa Yerikoodhaa ol baʼu keessa darbee gara naannoo gaarotaa Beetelitti qajeela.+ 2 Achiis Beetel ishii kan Luuz taate irraa kaʼee hamma daangaa Arkootaa isa Ataarot biratti argamuutti itti fufa; 3 achiis karaa dhihaatiin gara daangaa Yaafleetotaatti, hamma daangaa Beet Hooron+ Ishii Gadiittii fi hamma Geezeritti+ gad buʼee galaanicha bira dhaabbata.

4 Kanaafuu, sanyii Yoseef+ kan taʼan Minaasee fi Efreem biyya isaanii dhaalaan ni fudhatan.+ 5 Daangaan sanyii Efreem akka maatii maatii isaaniitti kan armaan gadii ti: Karaa bahaatiin daangaan dhaala isaanii Ataarot Adaarii+ hamma Beet Hooron Ishii Oliitti+ yeroo taʼu, 6 daangaan sunis galaanicha bira gaʼa. Karaa kibbaatiin daangaan sun Mikmetaat+ yeroo taʼu, karaa bahaatiin naannaʼee gara Taʼaanaat Shiilootti qajeela; achi irra darbees karaa bahaatiin gara Yaanoʼaatti qajeela. 7 Achiis Yaanoʼaadhaa gara Ataarotii fi Naʼaaraatti gad buʼee Yerikoo+ bira gaʼuudhaan hamma Yordaanositti qajeela. 8 Achiis Taaphuʼaa+ irraa kaʼee karaa dhihaatiin gara Laga Gogaa Qaanaatti itti fufee galaanicha biratti dhaabbata.+ Dhaalli gosa Efreemiif akka maatii maatii isaaniitti kenname kana dha; 9 sanyiiwwan Efreem dhaala Minaasee+ gidduutti magaalota kan biroos qabu turan; magaalonni sun hundii fi gandeen isaanii kan isaanii turan.

10 Haa taʼu malee, isaan Kanaʼaanota warra Geezer+ keessa jiraachaa turan hin ariine; Kanaʼaanonnis hamma harʼaatti Efreem gidduu jiraachuu isaanii itti fufaniiru;+ hojii dirqamaas hojjechaa jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi