LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 140
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan Fayyisaa jabaa dha

        • Hamoonni akkuma bofaa ti (3)

        • Jalʼoonni ni kufu (11)

Faarfannaa 140:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:48; 59:1

Faarfannaa 140:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 64:2, 6

Faarfannaa 140:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 52:1, 2; 58:3, 4
  • +Rom 3:13; Yaq 3:8

Faarfannaa 140:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 17:8; 36:11; 71:4

Faarfannaa 140:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:9
  • +Er 18:22

Faarfannaa 140:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:2; 55:1

Faarfannaa 140:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:37

Faarfannaa 140:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:31; Fr 27:12

Faarfannaa 140:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:16; Fak 12:13

Faarfannaa 140:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Boolla bishaan qabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 11:5, 6
  • +Fr 55:23

Faarfannaa 140:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “biyyattii keessatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 12:3

Faarfannaa 140:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:17, 18; 22:24

Faarfannaa 140:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “si dura.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 23:6

Yaada Wal Simu

Far. 140:1Fr 18:48; 59:1
Far. 140:2Fr 64:2, 6
Far. 140:3Fr 52:1, 2; 58:3, 4
Far. 140:3Rom 3:13; Yaq 3:8
Far. 140:4Fr 17:8; 36:11; 71:4
Far. 140:5Fr 10:9
Far. 140:5Er 18:22
Far. 140:6Fr 28:2; 55:1
Far. 140:71Sa 17:37
Far. 140:82Sa 15:31; Fr 27:12
Far. 140:9Fr 7:16; Fak 12:13
Far. 140:10Fr 11:5, 6
Far. 140:10Fr 55:23
Far. 140:11Fr 12:3
Far. 140:12Fr 10:17, 18; 22:24
Far. 140:13Fr 23:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 140:1-13

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

140 Yaa Yihowaa, namoota hamoo irraa na oolchi;

Jalʼoota irraa,+

 2 Warra garaa isaaniitti wanta hamaa yaadan,+

Warra guyyaa guutuu lola kakaasan irraas na eegi.

 3 Isaan arraba isaanii akkuma kan bofaatti qaratu;+

Summiin buutiis afaan isaanii keessa jira.+ (Seelaa)

 4 Yaa Yihowaa, harka isa hamaa jalaa na eegi;+

Jalʼoota na gufachiisuuf

Na irratti malatan jalaas na baraari.

 5 Warri of tuulan dhoksanii kiyyoo naaf kaaʼu;

Wadarootti fayyadamanii saaphana isaanii daandii koo cinaatti diriirsu.+

Isaan qamaaxira naaf kaaʼu.+ (Seelaa)

 6 Ani Yihowaadhaan, “Ati Waaqa koo ti.

Yaa Yihowaa, kadhatan gargaarsa argachuuf dhiheessu dhagaʼi”+ nan jedha.

 7 Fayyisaa koo isa cimaa kan taate, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa,

Guyyaa waraanaatti mataa koo naaf eegda.+

 8 Yaa Yihowaa, fedhii nama hamaa isaaf hin guutin.

Isaan akka ol hin kaaneef, malli haxxummaa isaanii milkaaʼina akka argatu hin godhin. (Seelaa)+

 9 Mataan warra natti marsanii

Hammina afaan isaaniitiin dubbatameen haa uwwifamu.+

10 Barbadaan isaan irratti haa roobu.+

Isaan matumaa deebiʼanii akka hin kaanetti ibiddatti,

Boolla gad fagoo* keessattis haa darbataman.+

11 Maqaa balleessituun lafa irratti* iddoo hin qabaatin.+

Namoonni jalʼoota taʼan hamminni isaan haa hordofu, isaan haa rukutus.

12 Yihowaan isa rakkataadhaaf akka falmu,

Hiyyeessaafis haqa akka kennu nan beeka.+

13 Dhugumaan warri qajeeloon maqaa keetiif galata ni galchu;

Warri garaa qajeelaa qabanis fuula kee dura* ni jiraatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi