LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Yihowaan sooma garaadhaa hin taane ni balaaleffata (1-14)

        • “Dhuguma anaaf soomtanii?” (5)

        • ‘Haqa, jaalala amanamaa fi gara laafina walitti argisiisaa’ (9)

Zakkaariyaas 7:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa B15 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 6:14; Zak 1:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2085-2086, 2180

Zakkaariyaas 7:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana qulqullummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 25:8-10; Er 52:12-14

Zakkaariyaas 7:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 25:11; Zak 1:12
  • +Er 41:1, 2

Zakkaariyaas 7:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 36:15

Zakkaariyaas 7:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 21:3; Er 21:12
  • +Fak 16:6; Hos 10:12; Mik 6:8

Zakkaariyaas 7:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “warri jalaa duʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 22:22; Kes 24:17; Isa 1:17
  • +Bau 23:9; Mil 3:5
  • +Fak 22:22
  • +Zak 8:17

Zakkaariyaas 7:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 33:10; Er 6:10
  • +Nah 9:29
  • +2Mo 17:13, 14; Isa 6:10; Er 25:7

Zakkaariyaas 7:12

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi Afaan Ibrootaa almaazii ykn dhagaa jabaa kan biraa kan argisiisu taʼuu dandaʼa.

  • *

    Ykn., “barumsaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 3:7
  • +Nah 9:30; HoE 7:51
  • +2Se 36:15, 16; Er 21:5

Zakkaariyaas 7:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “inni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 50:2
  • +Isa 1:15; Fru 3:44

Zakkaariyaas 7:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:64; Er 5:15
  • +Lew 26:22, 33; 2Se 36:20, 21

Yaada Wal Simu

Zak. 7:1Iz 6:14; Zak 1:1
Zak. 7:32Mo 25:8-10; Er 52:12-14
Zak. 7:5Er 25:11; Zak 1:12
Zak. 7:5Er 41:1, 2
Zak. 7:72Se 36:15
Zak. 7:9Fak 21:3; Er 21:12
Zak. 7:9Fak 16:6; Hos 10:12; Mik 6:8
Zak. 7:10Bau 22:22; Kes 24:17; Isa 1:17
Zak. 7:10Bau 23:9; Mil 3:5
Zak. 7:10Fak 22:22
Zak. 7:10Zak 8:17
Zak. 7:112Se 33:10; Er 6:10
Zak. 7:11Nah 9:29
Zak. 7:112Mo 17:13, 14; Isa 6:10; Er 25:7
Zak. 7:12His 3:7
Zak. 7:12Nah 9:30; HoE 7:51
Zak. 7:122Se 36:15, 16; Er 21:5
Zak. 7:13Isa 50:2
Zak. 7:13Isa 1:15; Fru 3:44
Zak. 7:14Kes 28:64; Er 5:15
Zak. 7:14Lew 26:22, 33; 2Se 36:20, 21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 7:1-14

Zakkaariyaas

7 Daariyos mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, jiʼa saglaffaatti, jechuunis jiʼa Kiisluutti,* jiʼicha keessaas guyyaa arfaffaatti dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Zakkaariyaas+ ni dhufe. 2 Namoonni Beetel Yihowaan gaarummaa akka isaanitti argisiisu kadhachuuf Shaarezer, Regeem Meleekii fi namoota isaa ergan; 3 isaanis luboota mana* Yihowaa gooftaa raayyaa fi raajota, “Akkuma waggoota hedduudhaaf gochaa turretti, jiʼa shanaffaatti booʼuu+ fi nyaata lagachuu qabnaa?” jedhanii gaafatan.

4 Ammas dubbiin Yihowaa Gooftaa Raayyaa akkana jedhu gara koo ni dhufe: 5 “Namoota biyyattii hundumaa fi lubootaan akkana jedhi: ‘Isin waggaa 70f+ jiʼa shanaffaa fi jiʼa torbaffaatti+ yeroo soomaa fi booʼaa turtanitti, dhuguma anaaf soomtanii? 6 Yeroo nyaachaa fi dhugaa turtanitti hoo, kan nyaattanii fi kan dhugdan ofiif jettanii mitii? 7 Isin yeroo Yerusaalemii fi magaalota ishiitti marsanii jiran keessa namoonni jiraachaa turanittii fi nagaan jiru sanatti, akkasumas yeroo Negeebii fi Shefelaa keessa namoonni jiraachaa turanitti, dubbii Yihowaan karaa raajota isaa warra durii dabarseef ajajamuu hin qabdan turtanii?’”+

8 Ammas dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Zakkaariyaas ni dhufe: 9 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Haqaan murtii kennaa;+ jaalala amanamaa+ fi gara laafina walitti argisiisaa. 10 Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne,*+ nama biyya ormaa+ yookiin hiyyeessa hin gowwoomsinaa;+ garaa keessan keessattis waan hamaa wal irratti hin yaadinaa.’+ 11 Isaan garuu dhagaʼuu didan;+ mata jabeeyyii taʼuudhaan na irraa garagalan;+ akka hin dhageenyeefis gurra isaanii cuqqaalan.+ 12 Isaan garaa isaanii akkuma dhagaa* ni jabeessan;+ seerichaa* fi dubbii Yihowaan Gooftaan Raayyaa karaa raajota durii hafuura isaatiin ergeefis hin ajajamne.+ Kanaan kan kaʼes, Yihowaa Gooftaa Raayyaa irraa dheekkamsi guddaan ni dhufe.”+

13 “‘Isaan yommuu ani* isaan waame akkuma na hin dhageenye,+ anis yommuu isaan na waaman hin dhagaʼu’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. 14 ‘Ani saboota isaan sana dura hin beekne hundumaa gidduutti bubbee cimaadhaan isaan nan bittinneesse;+ biyyattiinis ona taate; namni ishii keessa darbus taʼe gara ishiitti deebiʼu hin jiru ture;+ sababiin isaas, isaan biyya bareedduu taate gara wanta sodaachisaatti jijjiiraniiru.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi