LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 46
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • ‘Waaqayyo iddoo kooluu itti gallu dha’

        • Gochawwan Waaqaa warra dinqisiisoo (8)

        • Waaqni guutummaa lafaa irraa waraana ni balleessa (9)

Faarfannaa 46:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2069

Faarfannaa 46:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:26; Isa 25:4
  • +Kes 4:7; Fr 145:18, 19; Nho 1:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 157

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2008, ful. 13

Faarfannaa 46:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 54:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 157

Faarfannaa 46:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 93:4; Er 5:22

Faarfannaa 46:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 6:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 204

Faarfannaa 46:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 23:14; Fr 132:13; Isa 12:6
  • +Bau 14:24

Faarfannaa 46:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 2:24

Faarfannaa 46:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ol kaʼaa taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 1:9; Er 1:19; Rom 8:31

Faarfannaa 46:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Gaachanootas.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:9; Mik 4:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

Faarfannaa 46:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 29:11; Isa 2:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 26

Faarfannaa 46:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:17
  • +Fr 48:3; 125:2

Yaada Wal Simu

Far. 46:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Se 20:19
Far. 46:1Fak 14:26; Isa 25:4
Far. 46:1Kes 4:7; Fr 145:18, 19; Nho 1:7
Far. 46:2Isa 54:10
Far. 46:3Fr 93:4; Er 5:22
Far. 46:42Se 6:6
Far. 46:5Kes 23:14; Fr 132:13; Isa 12:6
Far. 46:5Bau 14:24
Far. 46:6Iya 2:24
Far. 46:7Iya 1:9; Er 1:19; Rom 8:31
Far. 46:9Isa 11:9; Mik 4:3
Far. 46:101Se 29:11; Isa 2:11
Far. 46:112Se 20:17
Far. 46:11Fr 48:3; 125:2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 46:1-11

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa ilmaan Qoraa.+ Akkaataa Alaamotiin.* Faarfannaa.

46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+

Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+

 2 Lafti yoo raafamte,

Gaaronnis galaana gad fagoo keessatti yoo kufan illee nuti kan hin sodaanne kanaafi;+

 3 Bishaanonni galaanaa yoo huursanii fi yoo hoomacha baasan,+

Jeequmsa isaatiin kan kaʼes gaaronni yoo raafaman hin sodaannu. (Seelaa)

 4 Lagni kallattii adda addaatiin yaaʼee magaalaan Waaqayyoo,+

Godoo qulqulluu guddaan kan Isa Hundaa Olii taʼes akka gammadu godhu tokko jira.

 5 Waaqayyo magaalattii keessa jira;+ ishiin garagalfamuu hin dandeessu.

Waaqayyo ganama barii ishii ni gargaara.+

 6 Saboonni iyyaniiru, mootummoonnis garagalfamaniiru;

Inni sagalee isaa ol ni kaase, laftis ni baqxe.+

 7 Yihowaan Gooftaan Raayyaa nuu wajjin jira;+

Waaqni Yaaqoob iddoo amansiisaa kooluu itti gallu* dha. (Seelaa)

 8 Kottaatii waaʼee gochawwan Yihowaa,

Wantoota dinqisiisoo akkamitti lafa irratti akka raawwates ilaalaa.

 9 Inni guutummaa lafaa irraa waraana ni balleessa.+

Iddaa ni cabsa, eeboos ni hurreessa;

Gaariiwwan fardaa waraanaas* ibiddaan ni guba.

10 “Dhiisaa taaʼaa, ani Waaqa akkan taʼes beekaa.

Ani saboota gidduutti,

Lafa irrattis ulfina nan argadha.”+

11 Yihowaan Gooftaan Raayyaa nuu wajjin jira;+

Waaqni Yaaqoob iddoo amansiisaa kooluu itti gallu dha.+ (Seelaa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi