LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Pheexiros 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Pheexiros

      • Barsiisonni sobaa ni kaʼu (1-3)

      • Barsiisota sobaatti akka murteeffamu mirkanaaʼaa dha (4-10a)

        • Maleekota Inxoroxoositti darbataman (4)

        • Bishaan Badiisaa; Sodoomii fi Gomoraa (5-7)

      • Amalawwan barsiisota sobaa (10b-22)

2 Pheexiros 2:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:24; 1Xi 4:1
  • +1Qo 6:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2011, ful. 15-16

2 Pheexiros 2:2

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin asseelgiyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 4
  • +Isa 52:5

2 Pheexiros 2:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 4
  • +2Ph 3:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2011, ful. 15-16

2 Pheexiros 2:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn tarii, “boolla keessatti isaan darbatee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 6:4; Efe 6:12
  • +1Ph 3:19, 20
  • +Yih 6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2083-2084

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2008, ful. 22

2 Pheexiros 2:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 7:23
  • +2Ph 3:6
  • +Uma 6:9; Ibr 11:7
  • +Uma 8:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2021, ful. 26-27

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 19

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2017, ful. 9

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2016, ful. 27-28

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2008, ful. 12

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 22-24

2 Pheexiros 2:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 7
  • +Uma 19:24, 25

2 Pheexiros 2:7

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin asseelgiyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 19:15, 16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2071

2 Pheexiros 2:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

2 Pheexiros 2:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:19; 1Qo 10:13; 2Xi 4:18; Mul 3:10
  • +Rom 2:5; 2Ph 3:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2012, ful. 22-26

2 Pheexiros 2:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gooftummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 7
  • +Bau 22:28; Yih 8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2008, ful. 22

2 Pheexiros 2:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2009, ful. 23

2 Pheexiros 2:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 10

2 Pheexiros 2:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 13:13
  • +Yih 12

2 Pheexiros 2:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuuwwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:28

2 Pheexiros 2:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 22:5, 6; Yih 11; Mul 2:14
  • +Lak 22:7; Nah 13:2

2 Pheexiros 2:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 22:31, 34; 31:8
  • +Lak 22:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 3/2021, ful. 10

2 Pheexiros 2:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 12, 13

2 Pheexiros 2:18

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin asseelgiyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 16
  • +2Ph 2:14

2 Pheexiros 2:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wanta tokkoon yoo moʼame, inni wanta sanaaf garbicha dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 2:16
  • +Rom 6:16

2 Pheexiros 2:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ph 1:4
  • +Ibr 6:4-6; 10:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2006, ful. 16-17

2 Pheexiros 2:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 12:47; Yoh 15:22

2 Pheexiros 2:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:11

Yaada Wal Simu

2Phe. 2:1Mat 24:24; 1Xi 4:1
2Phe. 2:11Qo 6:20
2Phe. 2:2Yih 4
2Phe. 2:2Isa 52:5
2Phe. 2:3Yih 4
2Phe. 2:32Ph 3:9
2Phe. 2:4Uma 6:4; Efe 6:12
2Phe. 2:41Ph 3:19, 20
2Phe. 2:4Yih 6
2Phe. 2:5Uma 7:23
2Phe. 2:52Ph 3:6
2Phe. 2:5Uma 6:9; Ibr 11:7
2Phe. 2:5Uma 8:18
2Phe. 2:6Yih 7
2Phe. 2:6Uma 19:24, 25
2Phe. 2:7Uma 19:15, 16
2Phe. 2:9Fr 34:19; 1Qo 10:13; 2Xi 4:18; Mul 3:10
2Phe. 2:9Rom 2:5; 2Ph 3:7
2Phe. 2:10Yih 7
2Phe. 2:10Bau 22:28; Yih 8
2Phe. 2:11Yih 9
2Phe. 2:12Yih 10
2Phe. 2:13Rom 13:13
2Phe. 2:13Yih 12
2Phe. 2:14Mat 5:28
2Phe. 2:15Lak 22:5, 6; Yih 11; Mul 2:14
2Phe. 2:15Lak 22:7; Nah 13:2
2Phe. 2:16Lak 22:31, 34; 31:8
2Phe. 2:16Lak 22:28
2Phe. 2:17Yih 12, 13
2Phe. 2:18Yih 16
2Phe. 2:182Ph 2:14
2Phe. 2:191Ph 2:16
2Phe. 2:19Rom 6:16
2Phe. 2:202Ph 1:4
2Phe. 2:20Ibr 6:4-6; 10:26
2Phe. 2:21Luq 12:47; Yoh 15:22
2Phe. 2:22Fak 26:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Pheexiros 2:1-22

Pheexiros Lammaffaa

2 Haa taʼu malee, akkuma raajonni sobaa saba sana gidduu turan, isin gidduuttis barsiisonni sobaa ni kaʼu.+ Namoonni kun gareewwan amantii badii geessisan dhoksaadhaan ni hundeessu, akkasumas gooftaa isa isaan bite+ illee gananii badiisa hatattamaa ofitti fidu. 2 Kana malees, namoonni hedduun daandii addaggummaa*+ isaanii hordofu; sababii isaaniitiinis daandiin dhugaa ni arrabsama.+ 3 Akkasumas dubbii fakkeessaatti fayyadamanii sassataan isin saamu. Taʼus, murtiin yeroo dheeraa dura isaan irratti murteeffame+ hin turu, badiisni isaaniis kan hin oolle dha.+

4 Waaqayyo maleekota warra cubbuu hojjetan+ adabuu irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa, Inxoroxoos*+ keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee* murtiidhaaf isaan kaaʼeera.+ 5 Akkasumas addunyaa bara duriitti ture sana adabuu irraa duubatti hin jenne;+ yeroo addunyaa namoota Waaqayyoon hin sodaanne sana irratti bishaan badiisaa fidetti+ garuu, Noh isa qajeelummaa lallabu+ namoota kan biroo torbaa wajjin oolcheera.+ 6 Wantoota gara fuulduraatti namoota Waaqayyoon hin sodaanne irra gaʼaniif fakkeenya akka taʼuufis,+ magaalota Sodoomii fi Gomoraa daaraa gochuudhaan isaanitti murteesse.+ 7 Loox nama qajeelaa isa addaggummaa* namoonni hamoon raawwatanitti baayʼee dhiphachaa ture sana garuu oolcheera;+ 8 sababiin isaas, namni qajeelaan sun yommuu isaan gidduu jiraachaa turetti, gocha hamaa isa arguu fi isa dhagaʼu sanaan kan kaʼe lubbuu* isaa isa qajeelaa baayʼee dhiphisee ture. 9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka; 10 keessumaa immoo namoota qaama warra kaanii xureessuu barbaadanii+ fi aangoo* tuffatan+ guyyaa murtiitiif ni tursa.

Isaan ija jabeeyyii fi yaada mataa isaaniitiin kan geggeeffaman waan taʼaniif, warra ulfina qaban arrabsuu hin sodaatan; 11 haa taʼu malee, maleekonni isaan caalaa jabinaa fi humna yoo qabaatan iyyuu, kabaja Yihowaadhaaf* qabaniin kan kaʼe, dubbii arrabsootiin isaan irratti himata hin dhiheessine.+ 12 Namoonni kun garuu akka bineensota yaaduu hin dandeenyee fi uumamaan waa godhaniitti, akkasumas qabamuu fi baduuf dhalataniitti waaʼee wantoota hin beeknee dubbii arrabsoo dubbatu.+ Isaan daandii isaanii isa hamaadhaan badiisa ofitti fidu; 13 daandii jalʼinaa hordofaniin deebisanii miidhaa ofitti fidu.

Isaan guyyaadhaan illee fedhii foonii guuttachuutti+ ni gammadu. Namoonni kun xurii fi mudaa siʼa taʼan, yommuu affeerraa keessan irratti isinii wajjin argaman barumsa isaanii isa gowwoomsaa taʼeen warra kaan gowwoomsuutti baayʼee gammadu.+ 14 Ijji isaanii ejjaan kan guutame dha,+ cubbuu hojjechuu irraa aara galfachuu hin dandaʼan, akkasumas namoota* cimoo hin taane ni sossobu. Garaa sassataan leenjiʼe qabu. Isaan ijoollee abaaramoo dha. 15 Daandii isa sirrii dhiisanii, karaa irraa jalʼataniiru. Daandii Balaʼaam+ ilma Beʼor isa faayidaa argachuuf jedhee hammina hojjete+ sanaa hordofaniiru; 16 haa taʼu malee, inni seera cabsuu isaatiin kan kaʼe ifatameera.+ Harreen dubbachuu hin dandeenye afaan namaatiin dubbattee deemsa maraatummaa raajichaa ittisteetti.+

17 Namoonni kun burqaa bishaan hin qabnee fi hurrii bubbee jabaadhaan oofamani dha, dukkana cimaatu isaan eeggata.+ 18 Isaan of tuulu, taʼus wanti isaan dubbatan faayidaa hin qabu. Fedhii foonii+ kakaasuu fi gocha addaggummaa* raawwachuudhaan, namoota dhiheenyatti warra dogoggora keessa jiraatan jalaa baʼan gowwoomsu.+ 19 Ofii isaaniitii garboota badiisaa taʼanii utuu jiranii, bilisa baatu jedhanii waadaa isaaniif galu;+ namni tokko nama kan biraatiin yoo moʼame inni nama sanaaf garbicha dha.*+ 20 Beekumsa sirrii waaʼee Gooftaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoos argachuudhaan xurii addunyaa jalaa erga baʼanii+ booda, lammata wantootuma kanatti yoo deebiʼanii fi isaaniin yoo moʼaman, haalli isaanii inni dhumaa isa jalqabaa irra akka hammaatu beekamaa dha.+ 21 Daandii qajeelummaa sirriitti erga beekanii booda ajaja qulqulluu isa fudhatan sana irraa garagaluu mannaa, utuu hin beekne taʼee isaaniif wayya ture.+ 22 Mammaaksi dhugaan, “Sareen hooqqisa ishiitti deebiti; booyyeen dhiqamtes dhoqqee keessa gangalachuutti deebiti”+ jedhu sun isaan irratti raawwatameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi