LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hojii Ergamootaa

      • Phaawulos Qorontositti ni tajaajile (1-17)

      • Anxokiyaa ishii Sooriyaatti deebiʼuu (18-22)

      • Phaawulos gara Galaatiyaa fi Firgiyaa dhaqe (23)

      • Apholos inni dandeettii dubbachuu qabu gargaarsa argate (24-28)

Hojii Ergamootaa 18:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 168

Hojii Ergamootaa 18:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:24, 26; 1Qo 16:19; 2Xi 4:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 155

Hojii Ergamootaa 18:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:34; 1Qo 4:11, 12; 9:15; 1Ta 2:9; 2Ta 3:8, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 169-170

Hojii Ergamootaa 18:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isaanii wajjin mariʼatee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:2
  • +Mat 4:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 88

Hojii Ergamootaa 18:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 15:27; 17:14
  • +HoE 16:1, 2; 1Ta 3:6
  • +HoE 17:2, 3; 28:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 171

Hojii Ergamootaa 18:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:14
  • +His 33:4
  • +HoE 20:26
  • +HoE 13:46; 28:28; Rom 1:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 171

Hojii Ergamootaa 18:7

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, mana sagadaa.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 171

Hojii Ergamootaa 18:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 1:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 171

Hojii Ergamootaa 18:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 173, 175

Hojii Ergamootaa 18:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 28:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 173, 175

Hojii Ergamootaa 18:12

Miiljaleewwan

  • *

    Bulchaa koonyaa warra Roomaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 173-174

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2069

Hojii Ergamootaa 18:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 174

Hojii Ergamootaa 18:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 174

Hojii Ergamootaa 18:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 23:29; 25:19

Hojii Ergamootaa 18:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 177

Hojii Ergamootaa 18:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 1:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 174-175

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2008, ful. 32

Hojii Ergamootaa 18:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 16:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 174-175

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2008, ful. 32

Hojii Ergamootaa 18:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:2

Hojii Ergamootaa 18:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 182-183

Hojii Ergamootaa 18:22

Miiljaleewwan

  • *

    Gara Yerusaalemitti taʼuu hin oolu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 15:36

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 176

Hojii Ergamootaa 18:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 14:21, 22; 15:32
  • +HoE 16:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 182-183

Hojii Ergamootaa 18:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 19:1; 1Qo 1:12; 3:5, 6

Hojii Ergamootaa 18:25

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

  • *

    Ykn., “afaaniin kan baratee.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2010, ful. 11

Hojii Ergamootaa 18:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 16:3; 1Qo 16:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 181

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2010, ful. 11

Hojii Ergamootaa 18:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 18:15; Fr 16:10; Isa 7:14; Mik 5:2

Yaada Wal Simu

HoE. 18:2HoE 18:24, 26; 1Qo 16:19; 2Xi 4:19
HoE. 18:3HoE 20:34; 1Qo 4:11, 12; 9:15; 1Ta 2:9; 2Ta 3:8, 10
HoE. 18:4HoE 17:2
HoE. 18:4Mat 4:23
HoE. 18:5HoE 15:27; 17:14
HoE. 18:5HoE 16:1, 2; 1Ta 3:6
HoE. 18:5HoE 17:2, 3; 28:23
HoE. 18:6Mat 10:14
HoE. 18:6His 33:4
HoE. 18:6HoE 20:26
HoE. 18:6HoE 13:46; 28:28; Rom 1:16
HoE. 18:81Qo 1:14
HoE. 18:10Mat 28:20
HoE. 18:15HoE 23:29; 25:19
HoE. 18:171Qo 1:1
HoE. 18:18Rom 16:1
HoE. 18:19HoE 17:2
HoE. 18:22HoE 15:36
HoE. 18:23HoE 14:21, 22; 15:32
HoE. 18:23HoE 16:6
HoE. 18:24HoE 19:1; 1Qo 1:12; 3:5, 6
HoE. 18:26Rom 16:3; 1Qo 16:19
HoE. 18:28Kes 18:15; Fr 16:10; Isa 7:14; Mik 5:2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hojii Ergamootaa 18:1-28

Hojii Ergamootaa

18 Kana booda Phaawulos Ateenaadhaa baʼee gara Qorontos dhufe. 2 Achitti Yihudii Aqiilaa+ jedhamuu fi Phonxositti dhalate tokko argate; inni Qalaawudewos Yihudoonni hundi Roomaadhaa akka baʼan waan ajajeef, haadha manaa isaa Phirisqiilaa wajjin Xaaliyaanii irraa kan dhufe dhiheenyatti ture. Kanaafuu, Phaawulos gara isaanii dhaqe; 3 hojiin isaanii tokko waan tureef, mana isaanii taaʼee isaanii wajjin hojjeta ture;+ hojiin isaanii dunkaana hodhuu ture. 4 Inni yeroo hundumaa guyyaa sanbataa+ mana sagadaa keessatti haasaa dhiheessee*+ Yihudootaa fi Giriikota amansiisa ture.

5 Siilaasii+ fi Ximotewos+ yommuu Maqedooniyaadhaa gad buʼan, Phaawulos guutummaatti dubbicha lallabuudhaan qabame; Yesuus inni Kiristoos taʼuu isaa isaan amansiisuuf Yihudootaaf ragaa baʼa ture.+ 6 Yommuu isaan isa mormuu fi isa arrabsuu isaanii itti fufan garuu uffata isaa hurgufee,+ “Dhiigni keessan mataa keessan irra haa taʼu.+ Ani qulqulluu dha.+ Ammaa jalqabee gara saboota kaaniin dhaqa” isaaniin jedhe.+ 7 Kanaafuu, achii* kaʼee gara mana Tiitiyoos Yosxos isa Waaqayyoon waaqeffatuu fi manni isaa mana sagadaatti aanee jiru sanaa dhaqe. 8 Qirisphoos+ geggeessaan mana sagadaa sun garuu guutummaa maatii isaa wajjin Gooftaatti amane. Namoonni Qorontos warri ergaa sana dhagaʼan hedduunis amanuu fi cuuphamuu jalqaban. 9 Gooftaanis halkan mulʼataan Phaawulosiin akkana jedhe: “Hin sodaatin; dubbachuu kee itti fufi malee calluma hin jedhin; 10 ani sii wajjin waanan jiruuf,+ namni tokko illee si rukutee si hin miidhu; sababiin isaas, ani magaalaa kana keessaa namoota hedduu qaba.” 11 Kanaafuu, isaan gidduutti dubbii Waaqayyoo barsiisaa waggaa tokkoo fi jiʼa jaʼaaf achi taaʼe.

12 Yeroo Gaaliyoon bulchaa biyyaa* Akaayaa turetti Yihudoonni tokkummaadhaan Phaawulos irratti kaʼanii barcuma murtii duratti isa dhiheessanii, 13 “Namichi kun namoonni karaa seericha irraa faallaa taʼeen Waaqayyoon akka waaqeffatan isaan amansiisaa jira” jedhan. 14 Yommuu Phaawulos dubbachuuf jedhu garuu, Gaaliyoon Yihudootaan akkana jedhe: “Yaa Yihudootaa, utuu balleessaa yookiin yakka cimaatu raawwatame taʼee, obsaan isin dhaggeeffachuun koo sirrii ture. 15 Haa taʼu malee, falmiin keessan waaʼee jechootaa, waaʼee maqaawwanii fi waaʼee seera keessanii erga taʼee+ isinumti fixadhaa. Ani wantoota kana irratti abbaa murtii taʼuu hin barbaadu.” 16 Achiis barcuma murtii duraa isaan ariʼe. 17 Kanaafuu, hundi isaanii Sostenees+ isa geggeessaa mana sagadaa taʼe qabanii barcuma murtii duratti reebuu jalqaban. Gaaliyoon garuu matumaa wantoota akkasii keessa hin seenu ture.

18 Phaawulos guyyoota hedduu erga achi turee booda, obbolootatti nagaa dhaamee Phirisqiilaa fi Aqiilaa wajjin dooniidhaan gara Sooriyaatti qajeele. Wareega waan qabuufis Kinkiriʼaa+ keessatti rifeensa mataa isaa gabaabsee murate. 19 Yommuu Efesoon gaʼanis isaaniin achitti dhiise; inni garuu gara mana sagadaa seenee Yihudootaa wajjin mariʼate.+ 20 Isaan akka inni achi turu irra deddeebiʼanii kan isa kadhatan taʼus inni garuu tole hin jenne; 21 kanaa mannaa, nagaa erga isaanitti dhaamee booda, “Fedhii Yihowaa* yoo taʼe, deebiʼee gara keessan nan dhufa” isaaniin jedhe. Achiis dooniidhaan Efesoonii kaʼee 22 gara Qisaariyaatti gad buʼe. Achiis ol baʼee* gumicha erga nagaa gaafatee boodas gara Anxokiyaatti gad buʼe.+

23 Yeroo muraasa erga achi turee booda, achii kaʼee barattoota hunda jajjabeessaa+ biyya Galaatiyaa fi Firgiyaa+ keessa naannaʼe.

24 Yeroo kanatti Yihudiin Apholos+ jedhamuu fi Iskindiriyaatti dhalate tokko gara Efesoon dhufe; inni nama dandeettii dubbachuu qabuu fi Kitaabota Qulqulluu akka gaariitti beeku ture. 25 Namichi kun daandii Yihowaa* kan baratee* fi hafuuraan kan gubatu, akkasumas waaʼee Yesuus sirriitti kan dubbatuu fi kan barsiisu ture; taʼus, inni kan beeku waaʼee cuuphaa Yohaannis qofa ture. 26 Inni mana sagadaa keessatti ija jabinaan dubbachuu jalqabe; Phirisqiilaa fi Aqiilaan+ yommuu isa dhagaʼan ofitti isa fudhatanii caalaatti daandii Waaqayyoo sirriitti isaaf ibsan. 27 Kana malees, inni Akaayaatti ceʼuu waan barbaadeef, barattoonni achi jiran gaarummaadhaan akka isa simatan obboloonni xalayaa isaaf ni barreessan. Kanaafuu, inni yommuu achi gaʼu warra gaarummaa Waaqayyoo isa guddaadhaan amantoota taʼaniif gargaarsa guddaa godhe; 28 sababiin isaas, inni ifattii fi miira hoʼaadhaan dubbachuudhaan, Yesuus inni Kiristoos taʼuu isaa Kitaabota Qulqulluu irraa isaanitti argisiisee akka isaan dogoggoran Yihudoota amansiisa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi