LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 126
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Xiyoon iddootti deebiʼuun ishii gammachuu argamsiise

        • “Yihowaan wantoota guguddaa nuuf raawwate” (3)

        • Booʼicha irraa gara gammachuutti (5, 6)

Faarfannaa 126:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 1:2, 3; Fr 85:1

Faarfannaa 126:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 3:11; Fr 106:47; Isa 49:13; Er 31:12
  • +Iya 2:9, 10; Nah 6:15, 16

Faarfannaa 126:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 7:27, 28; Isa 11:11

Faarfannaa 126:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lageen gogaa gara kibbaatti argaman.”

  • *

    Ykn., “iddootti deebisi.”

Faarfannaa 126:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 9:3
  • +Fr 30:5; Isa 61:1-3

Yaada Wal Simu

Far. 126:1Iz 1:2, 3; Fr 85:1
Far. 126:2Iz 3:11; Fr 106:47; Isa 49:13; Er 31:12
Far. 126:2Iya 2:9, 10; Nah 6:15, 16
Far. 126:3Iz 7:27, 28; Isa 11:11
Far. 126:6Isa 9:3
Far. 126:6Fr 30:5; Isa 61:1-3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 126:1-6

Faarfannaa

Faarfannaa Ol Baʼuu.

126 Yihowaan yeroo namoota Xiyoon warra boojiʼaman deebisee walitti qabetti+

Abjuu keessa kan jirru nutti fakkaate.

 2 Yeroo sanatti afaan keenya kolfaan

Arrabni keenyas ililchuudhaan guutame.+

Yeroo sanatti isaan saboota gidduutti,

“Yihowaan wantoota guguddaa isaaniif raawwate”+ jedhan.

 3 Yihowaan wantoota guguddaa nuuf raawwate,+

Nutis baayʼee gammanne.

 4 Yaa Yihowaa, akkuma burqaawwan Negeeb* keessa jiraniitti,

Boojiʼamtoota keenya deebisii walitti qabi.*

 5 Warri imimmaaniin sanyii facaasan

Ililchuudhaan ni haammatu.

 6 Namni korojoo sanyii isaa baatee baʼu,

Booʼaa kan gad baʼu taʼus,

Bissiiwwan midhaanii isaa baatee,+

Ililchaa akka deebiʼu beekamaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi