LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • Bulchitoonni amanamoo taʼuu qabu (1-5)

      • Kiristiyaanonni gad of qabuu qabu (6-13)

        • “Wantoota barreeffaman irra hin darbin” (6)

        • Kiristiyaanonni akka taatota waltajjii irra jiranii ti (9)

      • Phaawulos ijoollee hafuuraa isaatiif ni yaada (14-21)

1 Qorontos 4:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bulchitoota manaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 13:11; Rom 16:25, 26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2012, ful. 11

1 Qorontos 4:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2012, ful. 12-13

1 Qorontos 4:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana murtii.”

1 Qorontos 4:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 21:2; Rom 14:10; Ibr 4:13

1 Qorontos 4:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 7:1
  • +Fak 10:9; 2Qo 10:18; 1Xi 5:24, 25

1 Qorontos 4:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 1:12
  • +Rom 12:3; 2Qo 12:20; 3Yo 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2008, ful. 7

1 Qorontos 4:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:27

1 Qorontos 4:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 20:4, 6
  • +2Xi 2:12; Mul 3:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2008, ful. 22

1 Qorontos 4:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 10:33
  • +Rom 8:36; 1Qo 15:32; 2Qo 6:4, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2009, ful. 24

1 Qorontos 4:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 3:18

1 Qorontos 4:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qullaa taana.”

  • *

    Jechuunis, ni dhaanamna.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 4:12
  • +2Qo 11:27
  • +HoE 14:19; 23:2; 2Qo 11:24

1 Qorontos 4:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:3; 20:34; 1Ta 2:9
  • +Rom 12:14; 1Ph 3:9
  • +Mat 5:44

1 Qorontos 4:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni kadhanna.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 2:23

1 Qorontos 4:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “barsiisota.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 4:19; 1Ta 2:11

1 Qorontos 4:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 11:1; Flp 3:17; 1Ta 1:6

1 Qorontos 4:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “karaawwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 1:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2018, ful. 14

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2017, ful. 30-31

1 Qorontos 4:19

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

1 Qorontos 4:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 13:10

Yaada Wal Simu

1Qor. 4:1Mat 13:11; Rom 16:25, 26
1Qor. 4:4Fak 21:2; Rom 14:10; Ibr 4:13
1Qor. 4:5Mat 7:1
1Qor. 4:5Fak 10:9; 2Qo 10:18; 1Xi 5:24, 25
1Qor. 4:61Qo 1:12
1Qor. 4:6Rom 12:3; 2Qo 12:20; 3Yo 9
1Qor. 4:7Yoh 3:27
1Qor. 4:8Mul 20:4, 6
1Qor. 4:82Xi 2:12; Mul 3:21
1Qor. 4:9Ibr 10:33
1Qor. 4:9Rom 8:36; 1Qo 15:32; 2Qo 6:4, 9
1Qor. 4:101Qo 3:18
1Qor. 4:11Flp 4:12
1Qor. 4:112Qo 11:27
1Qor. 4:11HoE 14:19; 23:2; 2Qo 11:24
1Qor. 4:12HoE 18:3; 20:34; 1Ta 2:9
1Qor. 4:12Rom 12:14; 1Ph 3:9
1Qor. 4:12Mat 5:44
1Qor. 4:131Ph 2:23
1Qor. 4:15Gal 4:19; 1Ta 2:11
1Qor. 4:161Qo 11:1; Flp 3:17; 1Ta 1:6
1Qor. 4:172Xi 1:13
1Qor. 4:212Qo 13:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 4:1-21

Qorontos Tokkoffaa

4 Namni kam iyyuu akka tajaajiltoota Kiristoosii fi akka bulchitoota* iccitiin Waaqayyoo inni qulqulluun imaanaadhaan itti kennametti nu ilaaluu qaba.+ 2 Gama kanaan bulchitoonni amanamoo taʼuutu isaan irraa eegama. 3 Ani isiniin yookiin dhaddacha* ilmaan namootaatiin qoramuu koo homaatti hin lakkaaʼu. Anumti illee of hin qoru. 4 Sababiin isaas, qalbiin koo waan tokkoon illee na hin ceephaʼu. Taʼus, kun qajeelaa taʼuu koo hin mirkaneessu; kanaa mannaa inni na qoru Yihowaa* dha.+ 5 Kanaafuu, utuu yeroon isaa hin gaʼin wanta kam irratti iyyuu hin murteessinaa;+ hamma Gooftaan dhufutti eegaa. Inni wantoota dukkana keessa dhokatan ifatti baasa; yaadni garaa namaa keessa jirus akka beekamu godha; yeroo sanatti namni hundi Waaqayyo irraa galata isaaf malu fudhata.+

6 Egaa, yaa obbolootaa, faayidaa keessaniif jedhee ofii koo fi Apholosiin+ fakkeenya godhee kanan dubbadhe, boonuudhaan of bokoksitanii nama tokko isa kan biraa irra akka hin caalchisne seera buʼuuraa, “Wantoota barreeffaman irra hin darbin”+ jedhu akka nu irraa barattaniifi. 7 Eenyutu siin isa kaan irraa adda godhe? Wanta hin fudhanne maal qabda?+ Fudhatteetta taanaan immoo, akka waan hin fudhanneetti maaliif of jajja?

8 Wanta isin barbaachisu argattaniittuu? Sooromtaniittu jechuu dhaa? Nu malee mootota taatanii bulchuu jalqabdaniittuu?+ Nutis isinii wajjin mootota taanee akka bulchinuuf, mootota taatanii bulchuu utuu jalqabdaniittu taʼee ani iyyuu nan gammadan ture.+ 9 Nuti addunyaadhaaf, maleekotaa fi namootaaf akka taatota waltajjii irra jiranii waan taaneef,+ Waaqayyo nu ergamoota akka namoota duuti itti murteeffametti dhuma irratti kan gad nu baase natti fakkaata.+ 10 Nuti sababii Kiristoosiin gowwoota taaneerra,+ isin garuu sababii Kiristoosiin ogeeyyii taataniittu; nuti dadhaboo dha, isin garuu jaboo dha; isin kabajamoo dha, nuti garuu tuffatamoo dha. 11 Nuti hanga saʼaatii kanaatti ni beelofna,+ ni dheebonna,+ ni daarra,* ni reebamna,*+ manas hin qabnu; 12 akkasumas harka keenyaan dhamaanee hojjenna.+ Yommuu nu arrabsan ni eebbisna,+ yommuu nu ariʼatan obsaan jabaannee dhaabbanna;+ 13 yommuu maqaa keenya balleessan garraamummaadhaan deebii kennina;*+ hanga ammaatti kosii addunyaa fi xurii wantoota hundaa taaneerra.

14 Ani kana kanan isiniif barreessu, akka ijoollee koo jaallatamoo taʼaniitti isin gorsuuf malee, isin qaanessuuf miti. 15 Isin Kiristoosiin guddiftoota* 10,000 yoo qabaattan iyyuu, abbootii hedduu hin qabdan; ani misiraachicha isin barsiisuudhaan karaa Kiristoos Yesuus abbaa isiniif taʼeera.+ 16 Kanaafuu, fakkeenya koo akka hordoftan isinan gorsa.+ 17 Ximotewos isa karaa Gooftaa ilma koo jaallatamaa fi amanamaa taʼe gara keessanitti kanan ergu kanaafi. Inni malawwan* ani Kiristoos Yesuusii wajjin haala wal qabateen bakka hundumaatti gumiiwwan hunda keessatti yommuun barsiisu itti fayyadamu isin yaadachiisa.+

18 Namoonni tokko tokko waanan gara keessan hin dhufne seʼanii, boonuudhaan of bokoksaniiru. 19 Haa taʼu malee, fedhii Yihowaa* yoo taʼe dhiheenyatti gara keessan nan dhufa; dubbii namoota boonuudhaan of bokoksan kanaa qofa utuu hin taʼin, humna isaaniis beekuun barbaada. 20 Sababiin isaas, Mootummaan Waaqayyoo dubbiidhaan utuu hin taʼin, humna Waaqayyootiin mulʼata. 21 Isa kam filattu? Uleedhaan+ moo jaalalaa fi hafuura garraamummaatiin isinitti dhufu?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi