LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 108
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa diina injifachuuf dhihaate

        • Fayyinni namootaan argamu gatii hin qabu (12)

        • “Waaqayyo humna nuuf kenna” (13)

Faarfannaa 108:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ulfina kootiin illee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 57:7-11; 104:33

Faarfannaa 108:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 81:2

Faarfannaa 108:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Faarfannaa 108:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 36:5; 103:11

Faarfannaa 108:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 8:1; 57:5, 11

Faarfannaa 108:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 20:6; 60:5

Faarfannaa 108:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “iddoo isaa isa qulqulluu keessaa.”

  • *

    Ykn., “Dirree Gad Buʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:7
  • +Uma 33:17; Fr 60:6-8

Faarfannaa 108:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dahoo.”

  • *

    Afaan Ibrootaatiin jechi kun ulee dheeraa kan argisiisu yeroo taʼu, uleen kun mirga ajajaan tokko ajaja kennuuf qabu kan bakka buʼu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 13:8, 11
  • +Kes 33:17
  • +Uma 49:10

Faarfannaa 108:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 8:2
  • +Lak 24:18; 2Sa 8:14
  • +2Sa 8:1

Faarfannaa 108:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 60:9-12

Faarfannaa 108:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 23:14

Faarfannaa 108:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 118:8; 146:3, 4
  • +Fr 18:6

Faarfannaa 108:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:4; 2Sa 22:40; Isa 40:29-31
  • +Fr 44:5

Yaada Wal Simu

Far. 108:1Fr 57:7-11; 104:33
Far. 108:2Fr 81:2
Far. 108:4Fr 36:5; 103:11
Far. 108:5Fr 8:1; 57:5, 11
Far. 108:6Fr 20:6; 60:5
Far. 108:7Iya 17:7
Far. 108:7Uma 33:17; Fr 60:6-8
Far. 108:8Iya 13:8, 11
Far. 108:8Kes 33:17
Far. 108:8Uma 49:10
Far. 108:92Sa 8:2
Far. 108:9Lak 24:18; 2Sa 8:14
Far. 108:92Sa 8:1
Far. 108:10Fr 60:9-12
Far. 108:11Kes 23:14
Far. 108:12Fr 118:8; 146:3, 4
Far. 108:12Fr 18:6
Far. 108:131Sa 2:4; 2Sa 22:40; Isa 40:29-31
Far. 108:13Fr 44:5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 108:1-13

Faarfannaa

Faarfannaa. Faarfannaa Daawit.

108 Yaa Waaqayyo, garaan koo cimaa dha.

Guutummaa eenyummaa kootiin* nan faarfadha, muuziqaas nan qopheessa.+

 2 Yaa meeshaa muuziqaa ribuu qabdu nana, dammaqi, yaa baganaa,+ atis dammaqi.

Ani barraaqaan nan kaʼa.

 3 Yaa Yihowaa, namoota gidduutti sin jajadha,

Saboota gidduuttis faarfannaa galataa siif nan faarfadha.*

 4 Sababiin isaas, jaalalli kee inni amanamaan guddaa dha, akka samiiwwaniittis ol kaʼaa dha,+

Amanamummaan kees duumessoota bira gaʼa.

 5 Yaa Waaqayyo, samiiwwanii olitti ol kan qabamte taʼi;

Ulfinni kee guutummaa lafaa irra haa taʼu.+

 6 Warri ati jaallattu ooluu akka dandaʼaniif,

Harka kee mirgaatiin nu baraari, deebiis naaf kenni.+

 7 Waaqayyo qulqullummaa isaatiin* akkana jedhee dubbateera:

“Ani nan gammada, Sheekemiin dhaalaan nan kenna,+

Sulula* Suukootis safaree nan kenna.+

 8 Akkuma Minaaseen kan koo taʼe, Giiliyaadis+ kan koo ti,

Efreem baarmeexaa sibiilaa* mataa kootii ti;+

Yihudaan ulee* koo ti.+

 9 Moʼaab miʼa dhiqannaa koo ti.+

Edoom irratti kophee koo nan darbadha.+

Filisxeem irrattis miira injifannootiin nan iyya.”+

10 Gara magaalaa dallaa dhagaa qabdutti kan na geessu eenyu?

Hamma Edoomitti kan na geggeessu eenyu?+

11 Yaa Waaqayyo, ati isa nu gate sana,

Yaa Waaqa keenya, ati isa raayyaawwan waraanaa keenyaa wajjin baʼuu dhiise sana mitii?+

12 Fayyinni namootaan argamu gatii waan hin qabneef,+

Dhiphina keenya keessatti nu gargaari.+

13 Waaqayyo humna nuuf kenna,+

Diinota keenya irras ni ejjeta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi