LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaa isa namni qajeelaan kooluu itti galu

        • Waaqni hammina ni jibba (4, 5)

        • “Qajeelummaa keetiin na geggeessi” (8)

Faarfannaa 5:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2092

Faarfannaa 5:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 65:2; 1Ph 3:12

Faarfannaa 5:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:16, 17
  • +Mar 1:35

Faarfannaa 5:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:14; Fak 6:16-19; An 1:13
  • +Fr 15:1-5; Fak 12:19

Faarfannaa 5:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 12:9; Ibr 1:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 12/2019, ful. 1

Faarfannaa 5:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nama dhiiga dhangalaasuu fi warra kaan gowwoomsu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:19; Yoh 8:44; Qol 3:9; Mul 21:8
  • +Uma 9:6; Fr 55:23; Fak 6:16, 17; 1Ph 3:10

Faarfannaa 5:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “iddoo qulqulluu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:13
  • +1Sa 3:3; 1Se 16:1
  • +Fr 28:2; 138:2

Faarfannaa 5:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:4, 5; 27:11

Faarfannaa 5:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Arraba laafaatti fayyadamu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 29:5; Rom 3:13

Faarfannaa 5:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:31; 17:23; Fr 7:14, 15

Faarfannaa 5:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:16

Faarfannaa 5:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 15:1; Fr 3:3

Yaada Wal Simu

Far. 5:1Fr 65:2; 1Ph 3:12
Far. 5:3Fr 55:16, 17
Far. 5:3Mar 1:35
Far. 5:4Fr 89:14; Fak 6:16-19; An 1:13
Far. 5:4Fr 15:1-5; Fak 12:19
Far. 5:5Rom 12:9; Ibr 1:9
Far. 5:6Fak 20:19; Yoh 8:44; Qol 3:9; Mul 21:8
Far. 5:6Uma 9:6; Fr 55:23; Fak 6:16, 17; 1Ph 3:10
Far. 5:7Fr 69:13
Far. 5:71Sa 3:3; 1Se 16:1
Far. 5:7Fr 28:2; 138:2
Far. 5:8Fr 25:4, 5; 27:11
Far. 5:9Fak 29:5; Rom 3:13
Far. 5:102Sa 15:31; 17:23; Fr 7:14, 15
Far. 5:11Fr 40:16
Far. 5:12Uma 15:1; Fr 3:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 5:1-12

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif, Nehiilootiin.* Faarfannaa Daawit.

5 Yaa Yihowaa, dubbii koo dhagaʼi,+

Aaduu kootiifis xiyyeeffannaa kenni.

 2 Yaa Mootii koo, yaa Waaqa koo, kadhannaa koo gara keetti waanan dhiheessuuf,

Iyyan gargaarsa argachuuf dhageessisuuf xiyyeeffannaa kenni.

 3 Yaa Yihowaa, ati ganama sagalee koo ni dhageessa;+

Ani ganama yaaddoo koo sitti nan himadha,+ abdiidhaanis nan eeggadha.

 4 Sababiin isaas, ati Waaqa hamminatti gammadu miti;+

Namni hamaa taʼe kam iyyuu sii wajjin hin jiraatu.+

 5 Namni of tuulu kam iyyuu si dura hin dhaabbatu.

Ati warra hammina raawwatan hundumaa ni jibbita;+

 6 Warra soba dubbatan ni balleessita.+

Yihowaan namoota hammina raawwatanii fi warra kaan gowwoomsan* ni balfa.+

 7 Ani garuu jaalala kee isa amanamaadhaan kan kaʼe+ gara mana keetti nan seena;+

Kabaja guddaadhaan si sodaadhee+ gara kallattii mana qulqullummaa* kee isa qulqulluu taʼeetti nan sagada.

 8 Yaa Yihowaa, diinota koo irraa kan kaʼe qajeelummaa keetiin na geggeessi.

Daandii kee ifa naaf godhi.+

 9 Wanti isaan jedhan kam iyyuu amanamuu hin dandaʼu,

Hammina malee homtuu isaan keessa hin jiru,

Qoonqoon isaanii awwaala baname dha,

Arraba isaaniitiin sobanii warra kaan jaju.*+

10 Waaqayyo garuu yakkamtoota taʼuu isaanii ni labsa;

Haxxummaan ofii isaanii akka kufan isaan godha.+

Balleessaa hedduu raawwachuu isaaniitiin kan kaʼe haa ariʼaman;

Sababiin isaas, isaan si irratti fincilaniiru.

11 Warri sitti kooluu galan hundi garuu ni gammadu;+

Isaan yeroo hundumaa ni ililchu.

Ati isaan ni eegda,

Warri maqaa kee jaallatanis sitti ni gammadu.

12 Yaa Yihowaa, ati isa qajeelaa taʼe kam iyyuu ni eebbista;

Akkuma gaachana guddaattis gaarummaadhaan isaanitti ni marsita.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi