Ittiin Baafata
Hagayya 15, 2012
© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. Mirgi abbummaa seeraan eegamaadha.
Maxxansa Qayyabannaa
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
FULBAANA 24-30, 2012
FUULA 3 • FAARFANNAA: 32, 2
ONKOLOOLESSA 1-7, 2012
Akka Lammii Mootummichaatti Jiraadhaa!
FUULA 11 • FAARFANNAA: 16, 44
ONKOLOOLESSA 8-14, 2012
FUULA 20 • FAARFANNAA: 29, 25
ONKOLOOLESSA 15-21, 2012
Jabaadhaa Dhaabadhaa, Kiyyoo Seexanaarraas Fagaadhaa!
FUULA 25 • FAARFANNAA: 32, 52
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 3-7
Daaniʼel “bara isa dhumaa sanatti” ‘beekumsi dhugaan’ akka baayʼatu raajii dubbatee ture. (Dan. 12:4) Matadureen kun, raajiin kun akkamitti akka raawwatamaa jiru ibsa. Yesus namoota Yihowaa tajaajilanii wajjin kan jiru akkamitti akka taʼes ni addeessa.
MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 11-15
Namoonni dhugumaan lammii Mootummaa Waaqayyoo taʼan eenyufaa akka taʼan baradhaa. Matadureen kun lammiiwwan Mootummaa kanaa maal gochuu akka qaban ibsa. Jaalala seera Yihowaatiif qaban akkamitti akka argisiisanis ni addeessa.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 20-29
Seexanni amantii keenya mancaasuuf yeroo baayʼee kiyyoowwan haxxummaadhaan dhokfamanitti fayyadama. Matadureewwan kun kiyyoowwan Seexanaa shan, jechuunis arraba toʼannaa hin qabne, sodaafi dhiibbaa namootaa, garmalee of ceephaʼuu, qabeenya hordofuufi ejja raawwachuuf qoramuurraa akkamitti of eeguu akka dandeenyu ibsa.
MATADUREEWWAN DABALATAA
8 ‘GATII DADHABBII KEESSANII IN ARGATTU’
16 WALGAʼII TOKKUMMAAFI KAROORA GAMMACHIISAA TAʼEEN BEEKAME
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Biyya Giinii Bisaawu naannoo Baafaataa jedhamutti babalʼisaan Mootummichaa tiksee tokkoof siʼa lallabu
GIINII BISAAWU
BAAYʼINA UUMMATAA
1,515,000
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
120
NAMOOTA MACAAFA QULQULLUU QAYYABATAN
389