LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/04 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 10/04 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Hag. 1

“Yeroo ilmaan namaa wal qoqqoodan kanatti, namoonni baay’een addunyaaf nagaa fiduun kan danda’amu bulchiinsa addunyaa maraa dhaabuudhaani jedhanii yaadu. Kun waan danda’amu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Daani’el 2:44 dubbisiif.] Barruun kun, Mootummaan Waaqayyoo yeroo ammaatti maal gochaa akka jirtuufi yeroo dhihoottimmoo addunyaarratti akkamitti nagaa akka fidu ibsa.”

Dammaqaa! Hag. 2004

“Namoota baay’eedhaaf umuriin dargaggummaa yeroo gammachiisaafi rakkina adda addaa itti arganidha yoo jedhame walii hin galtuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Baruun kun jijjiirama dargaggoota waggoota kurnanii keessa jiran mudatu dubbata. Itti dabalees gorsa umurii dargaggummaa kana karaa gaarii ta’een itti fayyadamuuf isaan gargaaru tokko tokko kenna.” Lallaba 12:1 dubbisi.

MASARAA EEGUMSAA Hag. 15

“Yeroo har’aa, namoonni waa’ee gaa’elaafi ijoollee guddisuu burqaawwan adda addaarraa gorsa gaafatu. Gorsi hunda caalu eessaa kan argamu sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Masaraan Eegumsaa kun, jireenya maatii ilaalchisee gorsa Uumaan ilmaan namootaatiif kenne keessaa tokko tokko ibsa.” Faarfannaa 32: 8 dubbisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi