LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/05 ful. 10
  • Barruulee Raabsuuf

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf
  • Tajaajila Mootummaa—2005
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2003
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2005
km 10/05 ful. 10

Barruulee Raabsuuf

Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Hag. 1

“Bara keenyatti namoonni hedduun akka gatii hin qabne isaanitti dhaga’ama. Namoota akkasii gargaaruuf maal gochuutu danda’ama jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, Macaafni Qulqulluun namoonni akkasii gammachuu dhugaa akkamitti argachuu akka danda’an ibsa.” Mataduree “Macaafni Qulqulluun Akka Gammachuu Argattuuf Si Gargaara” jedhu jalatti caqasawwan furdatanii dalga ciisan ibsiif.

Dammaqaa! Hag. 2005

“Maatii hedduun waan ijoolleensaanii ilaaluu qabanirratti filannaa gaarii godhu. Wantoota gaarii maatiinkee daawwatu argachuun si rakkiseeraa? [Hanga deebii kennutti eegiitii Efesoon 4:17 dubbisiif.] Barruun kun, maatiin ijoolleensaanii bashannana gaarii ta’e akkamitti akka filachuu danda’an gargaaruuf kan qophaa’edha.”

MASARAA EEGUMSAA Hag. 15

“Namoonni hedduun nama jaallatan erga du’aan dhabanii booda waa’ee du’aa yaadu. Duuti maal akka ta’e baruu akka danda’amu beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun namoota du’an ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun jedhu ibsa. Akkasumas, jaalleewwan keenya warra du’an, du’aa akka kaasu abdii Waaqayyo kenne ibsa.” Yohannis 5:28, 29 dubbisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi