LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/07 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2007
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2007
km 8/07 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Ado. 1

“Namoonni sanyiinsaanii, lammiinsaanii ykn qooqnisaanii kan warra kaaniirraa adda waan ta’eef kan jibbaman maaliif akka ta’e gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Yaada caqasa kanarra jiru hubadhu. [1 Yohannis 4:20 dubbisiif.] Barruun kun gaaffii, Gosoonni garaa garaa tokkummaa qabaachuu ni danda’uu? jedhuuf deebii kenna.”

Dammaqaa! Ado. 2007

“Bineensota beekumsa uumamaatiin socho’anirraa haala adda ta’een, ilmaan namootaa, dandeettii seera ittiin bulan filatan qabu. Qajeelfama amansiisaa ta’e eessaa argachuu kan dandeenyu sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Faarfannaa 119:105 dubbisiif.] Barruun kun, qajeelfamni Macaafa Qulqulluu keessatti argamu hundarra akka caalu ibsa.”

MASARAA EEGUMSAA Ado. 15

“Nama jaallatan du’aan dhabuun baay’ee nama gaddisiisuu danda’a. Wanti nama du’u keessaa ba’ee jiraachuu itti fufu jira jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Yesus abdii nama jajjabeessu kenneera. [Yohannis 5:28, 29 dubbisiif.] Yesus yeroon itti du’aa ka’an ‘akka dhufu’ waan dubbateef, barruun kun, Macaafa Qulqulluurratti hundaa’uudhaan namoonni du’an yeroo ammaatti eessa akka jiran ibsa.”

Dammaqaa! Hag. 2007

“Warri, ijoolleesaanii guddisuuf gorsa dhugumaan isaan gargaaru eessaa argachuu kan danda’an sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Abdii Macaafa Qulqulluurratti kenname kana qalbeeffadhu. [2 Ximotewos 3:16 dubbisiif.] Barruun kun, Macaafni Qulqulluun, warri ijoollee gammachuu qaban akka guddisan akkamitti gargaaruu akka danda’u argisiisa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi