LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/08 ful. 6
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf
    Tajaajila Mootummaa—2005
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2008
km 12/08 ful. 6

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Onk-Mud

“Namootaa wajjin dhimma hunda keenya mudatu tokkorratti mari’achaa jirra. Namoonni manca’iinsa guddaa lafaarra ga’aa jiruun kan ka’e, carraa fuulduratti lafa mudatuuf abdii dhabaniiru. Atoo maaltu sitti dhaga’ama? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Faarfannaa 37:11 dubbisiif.] Barruun kun sababiiwwan Caaffata Qulqullaa’oorratti hundaa’aniifi abdii qabaachuuf nu gargaaran ibsa.”

Dammaqaa! Sad.

“Addunyaarratti namoonni miliyoonaan lakka’aman Waaqayyotti kadhannaa ni dhiheessu. Akka kadhannus afeeramneerra. [1 Phexros 5:7 dubbisiif.] Sababa dhiibbaa jireenyaatiin kan ka’e namoonni garaa qajeeloo qabanillee kadhannaansaanii ariitiin ykn maqaadhaaf kan dhihaatu ta’eera. Kanaaf gaaffiin ba’eessi of gaafannu tokko, “Akkaataa kadhannaakoo fooyyeffachuu kanan danda’u akkamitti?” kan jedhudha. [Fuula 27 itti argisiisi.] Matadureen kun kadhannaa isa waaqeffannaa keenya keessatti bakka guddaa qabu akkamitti fooyyeffachuu akka qabnu hubachuuf nu gargaara.

MASARAA EEGUMSAA Onk-Mud

“Namootaa wajjin dhimma hunda keenya mudatu tokkorratti mari’achaa jirra. Namoonni manca’iinsa guddaa lafaarra ga’aa jiruun kan ka’e, carraa fuulduratti lafa mudatuuf abdii dhabaniiru. Atoo maaltu sitti dhaga’ama? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Faarfannaa 37:11 dubbisiif.] Barruun kun sababiiwwan Caaffata Qulqullaa’oorratti hundaa’aniifi abdii qabaachuuf nu gargaaran ibsa.”

Dammaqaa! Mud.

“Jaarraawwan hedduuf namoonni waa’ee gaaffii kana yaadaa turaniiru. [Gaaffii qolasaarra jiru itti argisiisi.] Deebii quubsaa eessaa arganna jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Waaqayyorraa deebii argachuuf kan eegnu maaliif akka ta’e hubadhu. [Faarfannaa 100:3 dubbisiif.] Barruun kun dhimma kana ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun jedhu ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi