LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/12 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2012
km 11/12 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Jiʼa Jiʼaan, Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru

“Waggoota dhihoodhaa asitti, fedhiin namoonni waaʼee ergamoota Waaqayyoo beekuuf qaban dabalaa dhufeera. Dhugumaan ergamoonni jiru jettee amantaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Dhimma kana ilaalchisee wanta barruun kun jedhu hubadhu.” Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa-Muddee isatti kenniitii, mataduree xiqqaa isa jalqabaa fuula12⁠rra jirurratti waliin mariʼadhaa; yoo xinnaate achi keessaa caqasa tokko waliin dubbisaa. Achis barruulee sana akka fudhatu erga afeertee booda, gaaffii ittaanurratti mariʼachuuf beellama qabadhu.

Masaraa Eegumsaa Onkoloolessaa-Muddee

Faarfannaa 65:2 dubbisi. Achiis akkas jedhi: “Namoonni hedduun akkuma asirratti caqasame Waaqayyo kadhannaa akka dhagaʼu waan amananiif yeroo hundumaa kadhannaa ni dhiheessu. Kaan garuu, ‘Waaqayyo utuu jiraate, rakkinni kun hundi addunyaarra kan jiraate maaliifi?’ jedhanii gaafatu. Atoo kana ilaalchisee maal jetta? Waaqni kadhannaa keenya dhagaʼu jiraa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun gaaffii, ‘Qaamni kadhannaa dhagaʼu rakkina maaliif heyyame?’ jedhuuf deebii Macaafa Qulqulluurratti hundaaʼe kenna.”

Dammaqaa! Muddee

“Gara mana keessanii kan dhufne namoonni hedduun dhiphachaa waan jiraniifidha. Yeroo ammaatti namoonni yeroo kamiyyuu caalaa obsa dhabaa waan jiran sitti hin fakkaatuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Namoonni tokko tokko akkuma raajiidhaan asirratti dubbatame yeroo dhiphisaa keessa akka jirru amanu. [2 Ximotewos 3:1 dubbisi.] Barruun kun obsa dhabuun balaa kan geessisu maaliif akka taʼeefi yaadawwan caalaatti obsa qabaachuuf gargaaran ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi