LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/12 ful. 8
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2012
km 12/12 ful. 8

Akkaataa Dhiheenyaa

Jiʼa Jiʼaan, Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru

“Waggoota dhihoodhaa asitti, fedhiin namoonni waaʼee ergamoota Waaqayyoo beekuuf qaban dabalaa dhufeera. Dhugumaan ergamoonni jiru jettee amantaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Dhimma kana ilaalchisee wanta barruun kun jedhu hubadhu.” Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa-Muddee isatti kenniitii, mataduree xiqqaa isa jalqabaa fuula 12⁠rra jirurratti waliin mariʼadhaa; yoo xinnaate achi keessaa caqasa tokko waliin dubbisaa. Achis barruulee sana akka fudhatu erga afeertee booda, gaaffii ittaanurratti mariʼachuuf beellama qabadhu.

Onkoloolessaa-Muddee

Faarfannaa 65:2 dubbisi. Achiis akkas jedhi: “Namoonni hedduun akkuma asirratti caqasame Waaqayyo kadhannaa akka dhagaʼu waan amananiif yeroo hundumaa kadhannaa ni dhiheessu. Kaan garuu, ‘Waaqayyo utuu jiraate, rakkinni kun hundi addunyaarra kan jiraate maaliifi?’ jedhanii gaafatu. Atoo kana ilaalchisee maal jetta? Waaqni kadhannaa keenya dhagaʼu jiraa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun gaaffii, ‘Qaamni kadhannaa dhagaʼu rakkina maaliif heyyame?’ jedhuuf deebii Macaafa Qulqulluurratti hundaaʼe kenna.”

Dammaqaa! Amajjii

“Yaadawwan maatii gargaaran tokko tokko sitti himuuf gara manakee dhufne. Maatiiwwan wanta Yesus caqasa kanarratti dubbate hojiirra oolchuunsaanii gaarii sitti hin fakkaatuu? [Hojii Ergamootaa 20:35a. Achiis hanga deebii kennutti eegi.] Addunyaa namoonni hedduun waaʼee ofiisaanii qofa yaadan keessa yeroo jiraannutti, ijoolleen ofittoo akka hin taane barsiisuun rakkisaa taʼuu dandaʼa. Matadureen kun, karaawwan warri ijoolleensaanii namoota kaaniif akka yaadan godhanii guddisuu dandaʼan ilaalchisee yaada gaarii kenna.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi