LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/13 ful. 3
  • Afeeruu Ni Dandeessaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Afeeruu Ni Dandeessaa?
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Babalʼistoota Muuxannoo Qaban Irraa Barachuu
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Warri Haaraan Akka Lallaban Leenjisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Babalʼistoota Haaraa Leenjisuu
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Wanta Gaarii Gochuudhaaf Warra Hinaaftan Ta’aa!
    Tajaajila Mootummaa—2003
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2013
km 9/13 ful. 3

Afeeruu Ni Dandeessaa?

Gumiiwwan hedduu keessa, babal’istoonni sababii fayyaatiin ykn dullumaan kan ka’e tajaajilarratti yeroo dheeraa dabarsuu hin dandeenye jiru. (2 Qor. 4:16) Babal’istoota haala akkasiirratti argaman qayyabannaa Macaafa Qulqulluu keessanirratti afeeruu ni dandeessuu? Babal’isaan sun manaa ba’uu hin danda’u taanaanimmoo, qayyabannaa keessan manasaatti geggeessuu ni dandeessu ta’a. Yeroo tokko tokko, qophii gochuudhaan babal’isaa dhibee fayyaa qabuu wajjin manaa gara manaa deemtanii namoota muraasa haasofsiisuu ykn nama tokko ykn lamaaf deddeebii gaaffii gochuu ni dandeessuu? Babal’istoonni umrii dheeraa jiraatan baay’een, tajaajilarratti muuxannoo hedduu qabu. Kanaaf, carraaqqiin isin gootan kan jajjabeessu isaaniin qofa miti. Isinis faayidaa argachuu ni dandeessu. (Rom. 1:12) Dabalataanis, carraaqqii isin karaa kanaan jaalala argisiisuuf gootan Yihowaan isiniif eebbisa.—Fak. 19:17; 1 Yoh. 3:17, 18.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi