LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Fulbaana ful. 5
  • Adabni Jaalala Yihowaan Nuuf Qabu Argisiisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adabni Jaalala Yihowaan Nuuf Qabu Argisiisa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Adabni Jaalala Yihowaa Argisiisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Adaba Yihowaa Deggeruudhaan Jaalala Argisiisna
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Adabni Jaalala Waaqayyo Nuuf Qabu Argisiisa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Akkaataa Itti Sirreeffama Fudhachuu Qabdu
    Dammaqaa!—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Fulbaana ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IBROOTA 12-13

Adabni Jaalala Yihowaan Nuuf Qabu Argisiisa

12:5-7, 11

Haati tokko kitaaba “Barsiisaa Guddicharraa Baradhu” jedhamu intala ishiitiif dubbisaa jirti

Adabni sirreeffama, qajeelfamaa fi barumsa kan argisiisu dha. Akkuma Abbaan jaalala qabeessa taʼe tokko ijoollee isaa adabu, Yihowaanis nu adaba. Adabni karaawwan armaan gadiitiin nuuf kennama:

  • Kitaaba Qulqulluu yeroo dubbisnu, qoʼannaa dhuunfaa yeroo goonu, walgaʼii irratti yeroo argamnuu fi yeroo xiinxallu

  • Namni hidhata amantii keenyaa taʼe gorsa ykn sirreeffama yeroo nuuf kennu

  • Dogoggorri raawwanne miidhaa yeroo nu irraan geessisu

  • Yommuun koreen murtii adaba nuu kennutti ykn gumiidhaa baafamnutti

  • Qorumsa ykn ariʼatama Yihowaan akka nu irra gaʼu heyyamuun.—w15 9/15 21 key. 13; it-1-E 629

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi