LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 13
  • Nama Hundumaaf Lallabuuf Gurmaaʼuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Nama Hundumaaf Lallabuuf Gurmaaʼuu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Nama Qooqa Kan Biraa Dubbatuuf Lallabuu
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Naannoo Tajaajilaa Afaan Biyya Alaa Guddisuu
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoota Naannoo Tajaajilaa Keenya Keessatti Argaman Hunda Haasofsiisuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Naannoo Tajaajilaa Qooqni Hedduun Dubbatamutti Lallabuu Irratti Deggersa Gochuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 13
Obboleessi tokko taableetii isaatiin ‘JW Language’ fayyadamaa jira.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Nama Hundumaaf Lallabuuf Gurmaaʼuu

Yihowaan akkuma Israaʼelota gurmeessee turetti, yeroo harʼaattis fedhii isaa akka raawwataniif saba isaa gurmeesseera. Addunyaa maratti waajjiroonni damee, aanaawwan, gumiiwwan, akkasumas gareewwan tajaajilaa waliin taʼuudhaan misiraachicha babalʼisuu irratti hojjetu. Namoota afaan biraa dubbatan dabalatee namoota hundumaaf lallabna.—Mul 14:6, 7.

Namoonni kaan dhugaa akka baratan gargaaruuf afaan biraa barachuuf yaaddettaa? Afaan tokko barachuuf yoo yeroo qabaachuu baatte illee, wantoota tokko tokko barachuuf appilikeeshinii JW Language jedhamutti fayyadamuu dandeessa. Appilikeeshinii kana tajaajila irratti yoo fayyadamte, gammachuu obboloonni jaarraa jalqabaa argatan argachuu dandeessa. Isaan namoonni biyyoota birootii dhufan afaanuma isaaniitiin yommuu “hojiiwwan Waaqayyoo warra guguddaa” dhagaʼanii dinqisiifatanitti baayʼee gammadanii turan.—HoE 2:7-11.

VIIDIYOO MICHUU YIHOWAA TAʼI—AFAAN BIYYA ALAATIIN LALLABUU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Fakkii viidiyoo ‘Michuu Yihowaa Taʼi—Afaan Biyya Alaatiin Lallabuu’ jedhamu irraa fudhatame. Kaaleb roobootiin isaa maanguddoo afaan isaa dubbachuu hin dandeenyeef lallabuu akka dandaʼu yaadaa jira.

    Appilikeeshinii JW Language yoom fayyadamuu dandeessu?

  • Fakkii viidiyoo ‘Michuu Yihowaa Taʼi—Afaan Biyya Alaatiin Lallabuu’ jedhamu irraa fudhatame. Appilikeeshinii ‘JW Language’ irraa fuula Nagaa Gaafachuu fi Seensa jedhu.

    Appilikeeshiniin kun qabiyyeewwan akkamii qaba?

  • Fakkii viidiyoo ‘Michuu Yihowaa Taʼi—Afaan Biyya Alaatiin Lallabuu’ jedhamu irraa fudhatame. Maanguddoodhumti sun Kaalebii fi Soofiyaan Afaan Chaayinaatiin yommuu nagaa ishii gaafatan gammachuudhaan isaan simachaa jirti.

    Namoonni afaan kam iyyuu dubbatan misiraachicha dhagaʼuun isaan barbaachisa

    Namoonni naannoo tajaajilaa keessan keessa jiran afaan kamfaa dubbatu?

  • Namni ergaa Mootummichaatiif fedhii argisiise tokko afaan kan biraa kan dubbatu yoo taʼe maal gochuu qabdu?—od-AM 100-101 key. 39-41

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi