LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 7
  • Meeshaalee Qorannootti Fayyadamaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Meeshaalee Qorannootti Fayyadamaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gammachuu Tajaajila Irraa Argattan Guddifadhaa—Gaaffii Gaafadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Garaa Namootaa Tuqaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Kadhannaadhaan Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Dubbii Waaqayyootti Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 7

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRAA ARGATTAN GUDDIFADHAA

Meeshaalee Qorannootti Fayyadamaa

Yihowaan meeshaalee beekumsaan barsiisuuf nu gargaaran kanneen akka viidiyoo, tiraaktii, barruulee, birooshura, kitaabotaa fi meeshaa keenya isa guddaa Kitaaba Qulqulluu nuuf kenneera. (2Xi 3:16) Meeshaalee qorannoo caqasoota ibsuuf nu gargaaranis nuuf kenneera. Isaanis Watchtower Library, applikeeshinii JW Library®, LAAYIBIRARII INTARNEETII IRRAA, akkasumas Barreeffama Qorannaa Dhugaa Baatota Yihowaa Gargaaruuf Qophaaʼe kan dabalatani dha.

Kitaaba Qulqulluu irratti gadi fageenyaan qorannaa gochuuf meeshaalee kana hundatti yeroo fayyadamtu gammachuu argata. Barataan kees meeshaalee kanatti akka fayyadamu isa barsiisi. Taanaan gaaffii isaatiif ofuma isaatiin deebii argachuu isaatti gammachuu ni argata.

VIIDIYOO GAMMACHUU BARATTOOTA GOCHUUN ARGAMSIISU ARGADHAA—GARGAARSA YIHOWAA FUDHADHAA—MEESHAALEE QORANNOOTTI FAYYADAMUUDHAAN JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa, viidiyoo “Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa—Meeshaalee Qorannootti Fayyadamuudhaan” jedhamu irraa fudhatame. Saaraan jireenyi kan argame jijjiirama tiranaatiini jettee akka amantu Maartaatti himaa jirti.

    Saaraan waaʼee uumamaa mormii akkamii kaaste?

  • Suuraa, viidiyoo “Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa—Meeshaalee Qorannootti Fayyadamuudhaan” jedhamu irraa fudhatame. Maartaan waaʼee uumamaa odeeffannoo argachuuf Barreeffama Qorannaa ilaalaa jirti.

    Maartaan waaʼee dhimmichaa odeeffannoo eessaa argatte?

  • Suuraa, viidiyoo “Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa—Meeshaalee Qorannootti Fayyadamuudhaan” jedhamu irraa fudhatame. Maartaan wanta qorannaadhaan argatte gammachuudhaan Saaraatti himaa jirti.

    Yaadawwan Kitaaba Qulqulluu qoratanii argachuu fi warra kaaniif hiruun gammachuu argamsiisa

    Maartaan odeeffannoo caalaatti Saaraa fayyadu kan filate akkamitti?

  • Meeshaalee qorannoo keenyatti fayyadamuun Maartaa kan fayyade akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi